Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa May 26, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 55ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan:- 1.Manni…
Oduu biyya keessaa Mootummaan madda komii uummataa furuun hariiroo mootummaa fi uummataa cimsaa jira- Obbo Hayiluu… Ayana Dheressa May 26, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa, pirojektoota qulqullina, ariitii fi baay'inaan hojjechuun madda komii uummataa furuun hariiroo mootummaa fi uummataa cimsaa…
Biiznasii Itiyoo-Telekoom Gabaa Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaatti galmaa’e Ayana Dheressa May 26, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC) – Itiyoo-Telekoom Gabaa Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaatti galmaa’eera. Haaluma Kanaan abbootiin aksiyoonaa dhaabbatichaa aksiyoona isaanii Gabaa Qabeenya…
Oduu biyya keessaa Mootummaan pirojektoota fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo… Ayana Dheressa May 26, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC)- Mootummaan pirojektoota fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Idil Addunyaa Humnoonni naannawichaa kana booda gaachana buufataalee loltummaa Ameerikaa ta’uu hin danda’an- Iraan Ayana Dheressa May 26, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC)- Hogganaa Olaanaan Iraan Moojitaabaa Kaameeniin humnoonni naannawichaa kana booda haleellaa Iraan buufataalee waraanaa Ameerikaa irratti raawwattu ittisuu…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni aangoo mootummaa qabadheera jedhee karaa biraa aangoo isaa itti fufsiisuuf hin hojjetu-… Ayana Dheressa May 26, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC) – Badhaadhinni aangoo mootummaa qabadheera jedhee karaa biraa aangoo isaa itti fufsiisuuf hin hojjetu jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinneefi miseensi koree…
Oduu biyya keessaa Sosochii ummataa boru Addabaabayii Masqalaatti taasifamu hordofee daandiwwan cufaman ifooman Sifen Megersa May 25, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) - Qajeelchi waliigalaa Poolisii magaalaa Finfinnee s)osochii ummataa boru Addabaabayii Masqalaatti taasifamu hordofee daandiwwan cufaman ifoomseera.…
Ispoortii AC Miilaan leenjisaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar bahe Sifen Megersa May 25, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Kilabni Xaaliyaanii AC Miilaan leenjisaa kilabichaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar baheera. Miilaan tapha xumuraa Seeriyaa A bara kanaan…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Iboolaa ittisuuf hojii qophii duraa hojjetamaa jiru… Sifen Megersa May 25, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Dhibee Vaayirasii Iboolaa biyyoota Afrikaa garaagaraatti mudate ittisuuf hojiin qophii duraa hojjetamaa jira jedhen Ministeerri Fayyaa. Dhibeen kun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan torban har’aa cidha guddaa qabdi! Sifen Megersa May 25, 2026 0 Cidha jabaan carraa biyyaalessaa murteessuuf daabaltoota waliin qopha’aa jirti. Itiyoophiyaan Filannoo Waliigalaa 7ffaa keessumeessuuf guyyoota murteessaa keessa jirti. Sagalee kennuuf…