Oduu biyya keessaa Gaachana birmadummaa Itiyoophiyaa….. Ayana Dheressa Aug 12, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC) — Dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu biyya tokkoof, bilisummaa uummattootaa fi misooma waaraaf dhimmi nageenya waaraa fi tasgabbii amansiisaa isa ijoodha.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Doqdoqqeewwan 232 Naannoleef Dabarse kenne Ayana Dheressa Aug 12, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC)- Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii pirojekti fooyya'iinsa jireenya naannawaa gammoojjiitiin Doqdoqqeewwan 232 naannolee torbaaf dabarsee kenneera.…
Biiznasii Baankichi hammattummaa faayinaansii mirkaneessuu fi hirmaannaa diinagdee lammiilee guddisuuf… Tsehay Guluma Aug 12, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC)- Baankiin Siinqee hammattummaa faayinaansii mirkaneessuu fi hirmaannaa diinagdee lammiilee guddisuun, misooma hawaas-diinagdee fi deeggarsa misoomaa irratti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa, dargaggoota isheerraa adda baasanii ilaaluun hindanda’amu-MM Dr. Abiy Ahimad Tsehay Guluma Aug 12, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC)-Itiyoophiyaa, dargaggoota isheerraa adda baasanii ilaaluun hindanda’amu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad erga gama…
Ispoortii Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa, Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaate Finfinnee… Tsehay Guluma Aug 12, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa, Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umurii 20 gadii Ameerikaa, Origanitti gaggeeffamaa tureerratti hirmaatan Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa waltajjii Itiyoophiyaanota bakka tokkotti walitti qabuudha – Jiraattota Magaalaa… Yonatan Birhanu Aug 11, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Jiraattonni Magaalaa Finfinnee, mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaanota bakka tokkotti walitti kan qabuufi waltajjii furmaataa ta’uu ibsan. Jiraattonni…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Hoggansa Kantiibummaa Magaalota Afrikaa Magaalota Itiyoophiyaa keessatti jijjiirama… Yonatan Birhanu Aug 11, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Sagantaan Hoggansa Kantiibummaa Magaalota Afrikaa magaalota Itiyoophiyaa keessatti jijjiirama bu’uuraa fiduu jalqabeera jedhan Ministirri Magaalaa fi…
Oduu biyya keessaa Marii Biyyaalessaa keessatti gareewwan dabalataa lama yaadawwan marii irratti waliigaltee irra ga’an Yonatan Birhanu Aug 11, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Caasaa fi ijaarsa mootummaa, sirna siyaasaa, bakka bu’ummaa siyaasaa fi sirna filannoo, akkasumas dhimma malaammaltummaa fi bulchiinsa gaarii irratti…
Oduu biyya keessaa Oomisha bunaa hektaaratti kuntaala 9 irraa gara kuntaala 21tti guddisuuf hojjetamaa jira – Obbo… Yonatan Birhanu Aug 11, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Inniisheetiivii Oomishaa fi Oomishtummaa Bunaa Biyyaalessaa, hektaaratti kuntaala 9 irraa gara kuntaala 21tti guddisuu fi lafa hektaara miliyoona 1.15 ol…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa waliigaltee waloo cimsuun garaagarummaa mariin furuuf carraa bal’aa uumeera –… Yonatan Birhanu Aug 11, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Yaa’iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliigaltee waloo cimsuu fi biyya fooyya’aa ijaaruuf abdii guddaan itti kenname, riqicha seenaa ta’uu hirmaattonni…