Ispoortii Magaalaa Shaggar 1- 0 Buna Sidaamaa Ayana Dheressa May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 31ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaa galchii 1 fi 0’n injifateera. Tapha Sa’aatii 7:00 irraa eegalee…
Ispoortii Haalli Qilleensaa Waancaa Addunyaa 2026f Qormaata Akka Ta’u Himame Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Gaggeeffamuuf yeroo gabaabaan kan hafe dorgommii Waancaa Addunyaa 2026 haala qilleensaa rakkisaa ta’een qormaatni mudachuu akka danda’u eerame. Biyyoota…
Ispoortii Weestihaam Yunaayitid vs Arsenaal Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa piriimer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan dursaan liigichaa Arsenaal dirree isaan alatti taphni galgala sa'aatii 12:30 irratti Weestihaam…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa fi murteessummaa dubartootaa mirkaneessuuf hojjennee milkoofneerra – Kantiibaa… Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Waggoota Shanan darbanitti fayyadamummaa fi aangoo murteessummaa dubartootaa mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamaniin milkaa'inni dhufeera jedhan Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Piriimer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa CBE piriimer Liigii Itiyoophiyaan har'a taphoonni afur ni taphatamu. Sagantaa tapha jalqabaan sa'aatii 7 irratti Istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Sochiin duula nafiladhaa dubartoonni paartii Badhaadhinaa itti hirmaatan geggeeffame Yonatan Birhanu May 10, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sochiin duula nafiladhaa dubartoonni Paartii Badhaadhinaa qofti irratti hirmaatan gaggeeffameera. Sagantaa kana irratti hojiiwwan…
Ispoortii Maanchiister Siitii 3 – 0 Bireentifoord Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitii Bireentifoord injifachuun morkii waancaa cimsate. Siitiin galchii 3 fi 0'n Bireentifoordi injifachuun garaagarummaa Arsenaal waliin…
Oduu biyya keessaa Rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Afrikaa hojiilee misoomaa magaalaa Adaamaa daawwatan Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa Afrikaa Yaa'ii dhiibbaa uumtoota miidiyaa hawaasaa jalqabaarratti hirmaatan hojiilee misoomaa magaalaa Adaamaa daawwataniiru.…
Ispoortii Liiverpuul 1 – 1 Cheelsii Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuulii fi Cheelsii gidduutti taasifame qixaan xumurame. Cheelsiin hirmaannaa waltajjii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad turtii Jibuutiitti taasisan xumuruun gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad turtii Jibuutiitti taasisan xumuruun gara biyyaa deebi'aniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…