Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaa Naayiroobii galan Ayana Dheressa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaa magaalaa Naayiroobii galaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Afrikaa ‘Foorwaardi’…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ameerikaan marii waloo gaggeessan Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Ameerikaan marii waloo hariiroo isaanii caalmaatti cimsuuf dandeessisu Waashingitan DCtti gaggeessaniiru. Jilli Ministira Alaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu obbo Zagayyee Asfaawu hordofee Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa gaddaa dabarsan Ayana Dheressa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018 (FMC) – Du’aan boqochuu obbo Zagayyee Asfaawu hordofee Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa gaddaa dabarsaniiru. Obbo…
Ispoortii Nageellee Arsii 3 – 0 Dirre Dhawaa Tsehay Guluma May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 31ffaan Nageellee Arsiin Dirre Dhawaa injifachuun morkii waancaa cimsate. Galchiiwwan Daawiit…
Idil Addunyaa Doonaald Tiraampi torbee kana gara Chaayinaa imaluufi Sifen Megersa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi torbee kana daawwannaa hojiif gara Chaayinaa kan imalan ta’uu dubbatan. Kun Waggoota kurnan booda…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa 2018/19’f xaa’oo gahaatu jira- Ejensicha Ayana Dheressa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Bara oomishaa 2018/19’f xaa’oo gahaatu jira jedhe Ejensiin Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa. Bara oomishaa 2018/19’f Xaa’oo man-kuusaa bulee fi…
Oduu biyya keessaa Qaamolee maree biyyaalessaarratti hirmaachuu qaban keessaa % 95 hirmaataniiru – Komishinii Maree… Sifen Megersa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Qaamolee maree biyyaalessaarratti hirmaachuu qaban keessaa % 95 hirmaataniiru jedhe Komishinii Maree Biyyaalessaa. Komishinii Maree Biyyaalessaa yeroo…
Ispoortii Fiigicha Maaraatoonii Moorookootti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu… Sifen Megersa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Fiigicha Maaraatoonii Moorookoo Magaalaa Raabaatiitti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru. Dorgommii Atileetoota…
Oduu biyya keessaa Pirojektoota yeroo kaa’ameefiin dura xumuruun aadaa ta’aa jira- Obbo Awwaluu Abdii Ayana Dheressa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Pirojektoota yeroo kaa'ameefiin dura xumuruun aadaa ta’aa jira jedhan Pirezidaaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin. Godina…
Oduu biyya keessaa Daa’imummaan duraarratti hojiileen Addunyaaf fakeenya ta’an hojjetame – Kantiibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa May 11, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Yaa'iin Misooma Kunuunsa Daa'imummaan Duraa Idil Addunyaa, Egeree Daa'imman Afriikaa irratti xiyyeeffate gaggeeffameera. Magaalaa Finfinneetti hojiin…