Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 29ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu. Waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee Hadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Itiyoophiyaa hirkattummaarraa bilisa taasisuuf tarsiimoon bocame bu’aa buusaa jira –… Sifen Megersa Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 22, 2018 (FMC) – Lammiilee Itiyoophiyaa hirkattummaarraa bilisa taasisuuf tarsiimoon bocame bu’aa buusaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tarsiimoon kunis…
Ispoortii Atileetikoo Maadriid 1 – 1 Arsenaal Sifen Megersa Apr 30, 2026 0 Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa Shampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal Atileetikoo Maadriid waliin qixa bahe. Tapha marsaa jalqabaa har'a taphatameen Arsenaal…
Ispoortii Magaalaan Adaamaa fi Magaalaan Dirre Dhawaa qixa bahan Ayana Dheressa Apr 29, 2026 0 Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 29ffaan Magaalaan Adaamaa fi Magaalaan Dirre Dhawaa galchii 1 fi 1’n qixa bahaniiru. Tapha Istaadiyeemii…
Teeknooloojii Yaaliiwwan haleellaa saayibarii kumni 50 ol fashalaa’an Ayana Dheressa Apr 29, 2026 0 Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC) – Baatiiwwan saglan darban keessa yaaliiwwan haleellaa saayibarii kumni 50 ol fashaleessuun danda’ameera jedhan Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli geejjibaa gara idileetti deebi’eera- Ministeericha Ayana Dheressa Apr 29, 2026 0 Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC)- Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii tajaajilli geejjibaa gara idileetti deebi’uu beeksise. Waraanni Baha- Giddugaleessaatti mudate gabaa boba’aa…
Oduu biyya keessaa Hojiin dhaabbileen siiystemaan akka hogganaman gochuu bu’aa argamsiisaa jira- Kantiibaa Adaanech… Ayana Dheressa Apr 29, 2026 0 Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC)- Hojiin dhaabbileen siiystemaan akka hogganaman gochuu bu’aa argamsiisaa jira jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Hojimaata tajaajila elektiriikaa lammiilee humna maallaqaa ga’aa hinqabne fayyadamoo… Yonatan Birhanu Apr 29, 2026 0 Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC) – Tajaajilli Elektiriikaa Itoophiyaa maamiltoonni haaraa lakkooftuu elektiriikaa barbaadanii fi dandeettii maallaqaa ga'aa hinqabne fayyadamoo kan itti ta’an…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inoota damee barnootaa… Ayana Dheressa Apr 29, 2026 0 Finfinnee, Ebla 21, 2018(FMC)- Waggoottan saddettan darban keessa damee barnootaa irratti jijjiirama qabatamaa fiduuf hojii bal’aan hojjetamaa tureera. Damichaan qulqullina barnootaa…
Ispoortii Atleetiko Maadrid fi Arsenaal – Tapha Guddaa Eegamu Yonatan Birhanu Apr 29, 2026 0 Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC)- Taphni walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa galgala har’aa itti fufee gaggeeffama. Sa’aatii 4:00 irratti Atleetiko Maadrid istaadiyeemii…