Oduu biyya keessaa Sassaabbiin oomishaa Godina Baalee Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Qonnaan bultoonni Godina Baalee qisaasama oomishaa mudatu xiqqeessuuf teeknooloojitti fayyadamuun oomisha isaanii sassaabaa jiru. Godinichatti yeroo waqtii…
Ispoortii Dorgommii madaallii ga’umsaa biskileettii gaggeeffamaa tureen Shaggar Koorniyaa lamaaninuu… Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Dorgommiin Madaallii Ga'umsaa kilaaboota biskileettii Magaalaa Finfinneetti baatii tokkoof gaggeeffamaa ture olaantummaa magaalaa Shaggariin xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Seeraa mallattoo tokkummaa fi cimina ummata Halaabaa… Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Ayyaanni bara haaraa ummata Halaabaa seeraan mata duree 'ayyaanni seeraa agarsiiftuu sabdaneessaa fi waldanda'uuti' jedhuun Magaalaa Finfinneetti…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa raabsa talaallii Dirooniin deeggarame ifatti eegale Tsehay Guluma Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC)- Naannawaa sodaan Vaayirasii Maarbargi jirutti hojiin lubbuu baraaruufi talaaliiwwan dirooniin qaqqabsisuu guyyaa har’a ifatti eegaleera. Ministeerri…
Ispoortii Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni afur ni taphatamu Tsehay Guluma Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Morookoon gaggeeffamaa jiruun har'a taphoonni marsaa 2ffaa afur ni taphatamu. Waaree booda sa'aatii 9:30…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Waggaa Qullubbii Gabreelii kabajamaa jira Tsehay Guluma Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC)- Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre'eelii sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaanichi bakka hordoftoonni amantichaa argamanitti kara duudhaa amantaa…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:- Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Namoota 62'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne. Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru. Kan dhibicharraa…
Ispoortii Seenegaaliifi Rippaabilikni Dimookiraatawaa Koongoo qixa bahan Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaan Seeneegaaliifi Rippaabiliikni Dimookiraatawaa Koongoo goolii 1 fi 1 qixa bahaniiru. Taphni Taanzaaniyaafi Ugaandaan…
Ispoortii Arsenaal Biraayitaniin injifate Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz 18ffaan Arsenaal Biraayitaniin goolii 2 fi 1 injifateera. Arsenaal goolii Maartiin Oodeegaard fi Ruutar ofirratti galcheen…
Oduu biyya keessaa Konfiransichi miira tumsaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa kan calaqqisiisu- Pirezidaanti Taayyee… Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018( FMC)- Konfiransiin Tumsa Dinagdee fi Daldala Bunaa Itiyoophiyaa – Chaayinaa miira tumsaa biyyoota lameenii kan calaqqisiisudha jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee…