Oduu biyya keessaa Afrikaan carraalee hedduu qabdi- Dooktar Fitsum Asaffaa Ayana Dheressa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018( FMC)- Afrikaan humna oomishaa dabalatee carraalee hedduu qabdi jedhan Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan. Yaa’iin ragaalee…
Oduu biyya keessaa Yaadama ida’amuu humna garaagarummaa gara faayidaa walootti jijjiire… Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Akkaataa bu’uura Yaadama ida’amuun mootummaan, dargaggootni, dubartootni, dhaabbileen hawaasaa siivilii fi dhaabbileen miti mootummaa waliin ta'uun…
Oduu biyya keessaa Ulaan galaanaa Itiyoophiyaaf dhimma nageenya biyyaalessaati… Ayana Dheressa Jul 23, 2026 0 Itiyoophiyaan ulaa galaanaa ishee deebifachuun dhimma nageenya biyyaalessaati. Keessummaan mana keenya dhufe hundi gorduuba keenya ilaaluufi sakatta’uuf carraas ta’ee mirga hin qabaatu.…
Oduu biyya keessaa Maaddii guutuu damee qonnaaf boqonnaa haaraa bane… Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Sagantaan Maaddii Guutuu inisheetiiviiwwan jiruufi jireenya lammiilee jijjiiruuf hojiirra oolan keessaa tokkodha. Sagantaan kun birmadummaa nyaataa…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamsageen Xurunaa Pireezidaantii Gaanaa Joon Diraamaanii Mahaamaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018( FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamsageen Xurunaa Pireezidaantii Gaanaa Joon Diraamaanii Mahaamaa waliin mari’ataniiru. Obbo Tamasgeen Xurunaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee yeroo dheeraaf turan irratti mari’achuun waliigalteerra ga’uun egeree Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Rakkoolee yeroo dheeraaf turan irratti mari’achuun waliigalteerra ga'uun egeree Itiyoophiyaa ifaa fi abdachiisaa taasisa jedhen jiraattoonni Magaalaa…
Fayyaa Sirna fayyaa Afrikaa dandeettii ofii kenyaan yeroo ijaaruu dandeenyurratti argamna- Obbo Tamasgeen… Tsehay Guluma Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC)- Sirna fayyaa Afrikaa dandeettii ofii kenyaan yeroo ijaaruu dandeenyurratti argamna jedhan Ittaanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaa. Obbo…
Oduu biyya keessaa Gareen seeraan alaa ABUT dargaggoota ukkaamsuun gara kaampiitti galchaa jira- jiraattota naannichaa Ayana Dheressa Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018(FMC)- Gareen seeraan alaa ABUT dargaggoota ukkaamsuun gara kaampii leenjiitti galchaa jira jedhan jiraattonni naannoo Tigraay. Gareen seeraan alaa ABUT…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa rakkoolee biyyattiif furmaata- Jiraattota Magaalattii Ayana Dheressa Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018(FMC)- Mariin biyyaalessaa geggeeffamaa jiru biyya keenyaaf furmaata waaraa ni fida jedhan jiraattonni Godina Wallagga Bahaa magaalaa Angar Guutee.…
Oduu biyya keessaa Tumsa diinagdee tarsiimawaa Afrikaafi biyyoota Galoo Galaanaa cimsuuf… Ayana Dheressa Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan tumsa diinagdee tarsiimawaa Afrikaafi biyyoota Galoo Galaanaa cimsuuf kutannoon hojjechaa jirti jedhe Ministeerri Dhimma Alaa. Waltajjiin…