Itiyoophiyaan invastimantii abbootii qabeenyaa alaaf mijataa ta’e uumteetti- Dooktar Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan riifoormii diinagdee mandhalee gaggeessuun invastimantii abbootii qabeenyaa alaaf mijataa ta’e uumteetti jedhan Emereetota Araba…