Galmee filattootaa filannoo waliigalaa 7ffaa Shawaa Kaabaatti…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2018(FMC) – Godina Shawaa Kaabaatti hanga ammaatti jiraattoonni kumni 800 fi kumni 32 ol kaardii filannoo fudhatan jedhe Waajjirri Kominikeeshinii godinichaa.…