Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 5ffaa magaala Samaraatti gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantiin…
Biiznasii Giruuppiin Qarcaanshee Dhaabbata Qorannoo Qonnaa Biraaziil waliin hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Giruuppiin Qarcaanshee Dhaabbata Qorannoo Qonnaa Biraaziil Imbireeppaa jedhamu waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha Hojii…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Manneen jireenya Godina Shawaa Lixaatti ijaarsise jirattootaaf dabarse Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC)- Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa Godina Shawaa Lixaatti Manneen jireenyaa tajaajila tola ooltummaa gannaan ijaarsise dabarsee kenneera. Manneen…
Ispoortii Morkiin Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taasisan ni… Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin, Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taphatan ni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Riizoortii Hara Loogoo eebbiisan Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa har’aa Riizoortii Hara Loogoo eebbiisaniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Yeroon galmee kaadhimamtootaa dheerate Sifen Megersa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29 , 2018 (FMC) – Yeroon galmee kaadhimamtoota Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa hanga Guraandhala 16, 2018tti dheerachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa…
Teeknooloojii Magaalaa Aggaarootti Giddugalli Tajaajila Iddoo tokkoo Masoob hojii eegale Sifen Megersa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Magaalaa Aggaarootti Giddugalli Tajaajila Iddoo tokkoo Masoob tajaajilawwan 129 fooddawwan 12’n tajaajila kennuu eegaleera. Giddugalichi Seektaroota…
Oduu biyya keessaa Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha… Sifen Megersa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan taphni Liiverpuul Maanchiister Siitii keessummeessu ni… Sifen Megersa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan tapha har’a Liidiis Yuunaayitiid Notiingahaam Foresti keessummeessuun eegalama. Har’a halkan…
Oduu biyya keessaa Sosochii ‘Barnoota Dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 200 ol walitti… Ayana Dheressa Feb 6, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 29 , 2018 (FMC) – Sosochii ‘Barnoota Dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 200 ol walitti qabameera jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…