Fayyaa Ministeerri Fayyaa naannolee sagaliif ambulaansii kenne Ayana Dheressa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018 (FMC) - Ministeerri Fayyaa naannolee sagaliif ambulaansii deeggarsaan kenne. Deeggarsi kun Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 50 kan baasu yoo ta’u,…
Fayyaa Dhukkuba sammuu ittisuufi yaalanii fayyisuuf qindoominaan hojjetamaa jira Ayana Dheressa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Dhukkuba sammuu ittisuufi yaalanii fayyisuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhan Hooggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa Piroofeesar Natsaannat Warqinaa.…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa bakkeewwan adda addaatti kabajamuu itti fufeera Sifen Megersa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Irreechi Malkaa bakkeewwan adda addaatti akkaataa duudhaalee isaa eegeen kabajamuu itti fufeera. Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleettii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa naannawaa cimsuuf ijaarsa bu’uuraalee misooma Baaburaa babal’isaa… Sifen Megersa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa naannawaa cimsuuf ijaarsa bu’uuraalee misooma Baaburaa babal’isaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Oduu biyya keessaa Instiitiyuutichi Gargaaraa Abbaa Seeraafi kaadhimamtoota Abbootii Alangaa 198 eebbisiise Ayana Dheressa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Inistiitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Gargaaraa Abbaa Seeraafi kaadhimamtoota Abbootii Alangaa 198 eebbisiiseera. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Ogummaa dijiitaalaa misoomsuufi bu’uuraalee misoomaa barbaachisoo ijaaruuf tarkaanfii gaarii… Ayana Dheressa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Itiyoophiyaatti ogummaa dijiitaalaa misoomsuufi bu’uuraalee misoomaa barbaachisoo ta'an ijaaruuf tarkaanfii gaarii tarkaanfanneerra jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Ga’ee maanguddoonni biyya guddisuu keessatti qaban olaanaadha Sifen Megersa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Guyyaan maanguddootaa idil-addunyyaa sadarkaa Oromiyaatti magaalaa Maayaatti kabajameera. Sirna kabajaa kana irratti kan argaman Hogganaan Biiroo…
Biiznasii Hawaasa seera taaksiif bitamu uumuuf hojmaata qindaa’aa cimsuun barbaachisaadha- Ministeera… Ayana Dheressa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Galiiwwan Aadde Ayinaalem Niguseen badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessuuf hawaasa seera taaksiif bitamu uumuuf hojmaata qindaa’aa…
Oduu biyya keessaa Biiroon Lafaa Oromiyaa ogeeyyii fi hoggantoota seera cabsan 294 irratti tarkaanfii fudhate Sifen Megersa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Biiroon Lafaa Oromiyaa ogeeyyii fi hoggantoota dambii fi seera cabsan 294 irratti tarkaanfii fudhe jedhe. Waltajjiin Gumii Balballoomii dhimma Lafaafi…
Oduu biyya keessaa Okeestiraa Biiftuu Oromiyaaf meeshaaleen muuziqaa ammayyaafi aadaa kennaman Ayana Dheressa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Okeestiraa Biiftuu Oromiyaaf meeshaaleen muuziqaa ammayyaafi aadaa loojistiksii guutuu waliin kennamaniiru. Meeshaaleen kunniin bakka Sadarkaa itti…