Oduu biyya keessaa Uwwisni dhiyeessii bishaan dhugaatii Itiyoophiyaa % 75 ol gahe Sifen Megersa Jul 24, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Uwwisni dhiyeessii bishaan dhugaatii Itiyoophiyaa % 75.59 gahe jedhan Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Haabtaamuu Ittafaan.…
Oduu biyya keessaa Bishaan lamaan faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaaf… Ayana Dheressa Jul 24, 2026 0 Itiyoophiyaan Wiirtuu Quubsuma siyaasaa naannichaa ta’uun laga Abbayyaa fi Galaana Diimaa wajjin walitti hidhata cimaa qaba. Qaamoleen bishaanii gurguddoon lamaan kunneen guddina…
Oduu biyya keessaa Qilleensa Jijjiiramaa fi Imala Bilisummaa Ummata Tigraay Yonatan Birhanu Jul 24, 2026 0 Ummanni Naannoo Tigraay, "Meeshaa siyaasaa garee seeraan alaa ABUT (TPLF) taanee hin hafnu" jechuun sagalee isaa dhageessisaa jira. Ummanni kun uummata sabboonaa seenaa dheeraa fi aadaa…
Oduu biyya keessaa Madoo seenaarraa gara waloon biyya ijaaruutti… Sifen Megersa Jul 24, 2026 0 Itiyoophiyaan waldhabdee mariin hiikuu aadaa cimaa fi bu'uura qaroomina durii kan qabdu taatus, ajandaa diinootaan waldhabdee uumamu hiikuuf boqonnaa seenaa murteessarratti argamti.…
Teeknooloojii Karoorri Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob ittiin hogganamu ifoome Ayana Dheressa Jul 24, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Sadarkaa biyyaalessaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob kan ittiin hogganamu Karoorri tarsiimawaan waggoota sadii guyyaa har’aa ifoomeera. Hojii…
Oduu biyya keessaa Artistii buleettiin Almaaz Tafarraan addunyaa kanarraa du’aan boqotte Ayana Dheressa Jul 24, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Artistii beekamtuufi jaalatamtuun Almaaz Tafarraan addunyaa kanarraa du'aan boqotteetti. Almaaz dhalattee kan guddatte Godina Boranaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti hojiiwwan nageenya cimsuu jabaatanii itti fufu – Obbo Awwaluu Abdii Yonatan Birhanu Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti nageenya cimsuun misooma waaraa mirkaneessuuf murannoon hojjetamaa jira jedhan Pirezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Biiznasii Daldala qabeenya hin mul’annee hayyama malee gaggeessuun dhorkaadha – Baankicha Yonatan Birhanu Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa daldalaa fi tajaajila qabeenya hin mul’annee (Virtual Asset) hayyama malee gaggeessuun dhorkaa ta'uu beeksise.…
Ispoortii Fuula Biraa Itoophiyaa – Tuuriizimii Ispoortii Yonatan Birhanu Jul 23, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Tuuriizimiin ispoortii Itoophiyaa keessatti babal'achaa dhufe, maqaa gaarii biyyattii ijaaruu bira darbee, galii biyya keessaa guddisuufis gumaacha…
Oduu biyya keessaa Mallattoo tokkummaa fi guddina dippiloomaasii… Sifen Megersa Jul 23, 2026 0 Hidhi Haaromsaa Guddichi Itiyoophiyaa Aadaa Hirmaannaa Uummataa haaraa kan uume, humna, beekumsaa fi maallaqa uummata Itiyoophiyaatiin kan ijaarame ta'uu isaatiin mallattoo tokkummaati.…