Ispoortii Maanchister Siitiin Astoon Viillaan Mo’atame Yonatan Birhanu Oct 24, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2019 (FMC) – Tapha torbee 8ffaa Pirimiyer Liigii Ingilaandiin, Maanchister Siitiin Astoon Viillaatiin galchii 2–1’n mo’ameera Tapha har’a sa’aatii 8:30 irratti…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee Afrikaa Furuuf Dhaabbilee Afrikaa Cimsuu fi Tokkummaa Guddisuun Barbaachisaa Dha —… Yonatan Birhanu Oct 24, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2019 (FMC) — Haala addunyaa yeroo ammaa jijjiiramaa jiru keessatti rakkoolee Afrikaa furuuf dhaabbilee Afrikaa cimsuu fi tokkummaa fi qindoomina isaanii guddisuun…
Oduu biyya keessaa Afrikaan Sirna Addunyaa Jijjiiramaa Jirutti Madaquu Qofa Osoo Hin Taane, Sirna Kana Bocuu Keessattis… Yonatan Birhanu Oct 24, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2019 (FMC) — Afrikaan sirna addunyaa jijjiiramaa jirutti madaquu qofa osoo hin taane, sirna kana bocuu keessattis ga’ee qabaachuu akka qabdu Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Harar Magaalaa Jaalalaa fi Wal-danda’uun Keessa Jiraatamuudha — Obbo Ordiin Badrii Yonatan Birhanu Oct 24, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2019 (FMC) — Harar magaalaa nagaa, jaalalaa fi wal-danda’uun keessa jiraatamuudha jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii.…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Mummee Dooktar Abiy Ahimad: Yonatan Birhanu Oct 24, 2026 0 “Daandii Nagaa Afrikaa: Birmaddummaa Diinagdee fi Jijjiirama Jiyoopoolitikaa” mata-duree jedhuun Fooramii Nageenyaa Olaanaa Xaanaa 12ffaa irratti argamee haasaa taasisuu kootti gammachuu…
Oduu biyya keessaa Badiin Dhaabbilee Naannoo Tigraay irra ga’e eenyummaa garee seeraan alaa ABUT kan saaxilee dha Yonatan Birhanu Oct 24, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2019 (FMC) — Naannawa Tigraayitti badiin dhaabbilee mootummaa irra ga’e gochaalee fi eenyummaa garee seeraan alaa ABUT kan saaxile ta’uu Itti Gaafatamaan Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Xaanaa 12ffaan gaggeeffamuu eegale Yonatan Birhanu Oct 24, 2026 0 Finfinnee,Onkololeessa 14, 2019 (FMC)- Yaa'ii nageenya Afrikaa kan ta'e Fooramiin Xaanaa 12ffaan gaggeeffamuu eegaleera. Yaa'iin Fooramii xaanaa 12ffaan mata duree "Daandilee Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaan giddu gala daldalaa turte Asab amma qullaatti hafte –Kantiibaa Ittaanaa Duraanii Sifen Megersa Oct 23, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2019 (FMC) – Magaalaan giddu gala al ergii fi galchii daldalaa turte Asab amma qullaatti hafteerti jedhan Kantiibaa Ittaanaan duraanii magaalattii obbo Daani’eel…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan guddina, nageenyaa fi humna naannawaa Afrikaa Bahaaf wabiidha – Obbo Getaachoo Raddaa Sifen Megersa Oct 23, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan guddina, nageenyaa fi humna naannawaa Afrikaa Bahaaf wabiidha jedhan Gorsaan Dhimmoota Afrikaa Bahaa Ministira Muummee Getaachoo…
Ispoortii Taphoonni torbee 8ffaa Piriimeer Liigii Ingilaandi har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Oct 23, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2019 (FMC) – Taphoonni torbee 8ffaa Piriimeer Liigii Ingilaandi tapha har’a Ipisiwiich Taawoon Notingahaam Foresti keessummeessuun eegalamu. Taphni kun har’a…