Ulaan galaanaa Itiyoophiyaaf dhimma nageenya biyyaalessaati…
Itiyoophiyaan ulaa galaanaa ishee deebifachuun dhimma nageenya biyyaalessaati.
Keessummaan mana keenya dhufe hundi gorduuba keenya ilaaluufi sakatta’uuf carraas ta’ee mirga hin qabaatu.…