Oduu biyya keessaa Diinagdee hunda galeessa guddina waaraaf…. Ayana Dheressa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018(FMC)- Dinagdee waaraafi dandamataa ijaaruuf sirna diinagdee hunda galeessa hojiirra oolchuun baay’ee barbaachisaadha. Mootummaan jijjiiramaa kana hubachuun…
Oduu biyya keessaa Sagantaa jiruufi jireenya lammiilee irratti bu’aa qabatamaa fidaa jiru… Ayana Dheressa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC) – Sagantaan Maaddii Guutuu inisheetiiviiwwan jiruufi jireenya lammiilee jijjiiruuf hojiirra oolan keessaa tokko. Sagantaan kun birmadummaa nyaataa…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Pirezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa waliin… Ayana Dheressa Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen Pirezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa waliin hariiroo Itiyoophiyaafi…
Oduu biyya keessaa Waliingahiinsa barnootaa guddisuuf…. Tsehay Guluma Mar 31, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2018 (FMC)- Mariin Paanaalii misoomaafi qorannoo dhaabbilee barnootaa olaanoo magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira. Marichi mata duree "Hirmaannaa Dhaabbilee…
Ispoortii Yaaddoo sarbiinsa mirga namummaa Waancaa Addunyaa 2026 mudachuu malu Yonatan Birhanu Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kanaadaa fi Meeksikoo keessatti gaggeeffamu irratti yaaddoon sarbiinsa mirga namummaa mudachuu danda’a jechuun…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Faayinaansii Chaayinaa ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu akka deeggaran waamichi… Yonatan Birhanu Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) –Jiilli Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen durasamu hoggantoota dhaabbilee faayinaansii Chaayinaa garaagaraa waliin mari’ateera. Jiilichi Obbo…
Oduu biyya keessaa Imaammata Alaa Itiyoophiyaa faayidaa biyyaalessaa bu’uura godhate… Sifen Megersa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Waggoottan darban keessa Imaammanni Alaa Itiyoophiyaa faayidaa biyyaalessaa bu’uura godhachuun gaaffii karra galaanaa ajandaa taasiseera. Imaammanni…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Pireezidaantii Ikkuuwaatooriyaal Giinii waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Ikkuuwaatooriyaal Giinii Teewoodooroo Obiiyaang Niguumee waliin mari’ataniiru. Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Hirkattummaa boba’aa hir’isuuf …. Ayana Dheressa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) – Hirkattummaa boba’aa hir'isuufi diinagdee magariisaa ijaaruuf anniisaa haaromfamaatti fayyadamuun dhimma filmaata biraa hin qabnedha jedhe Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Inistiityuutii Leenjii kabachiisa nageenya idil addunyaaf deeggarsi Doolaara kuma 100 fi kuma 7… Sifen Megersa Mar 30, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2018(FMC) – Raayyaa Ittisaatti Inistiityuutii Leenjii kabachiisa nageenyaa idil addunyaaf deeggarsi Doolaara kuma 100 fi kuma 7 taasifameera. Giddugala…