Oduu biyya keessaa 𝐂𝐀𝐁𝐈𝐈𝐍𝐒𝐀 𝐒𝐈𝐑𝐍𝐀𝐀: 𝐂𝐀𝐁𝐈𝐈𝐍𝐒𝐀 𝐋𝐀𝐅𝐄𝐄 𝐃𝐔𝐆𝐃𝐀𝐀.. Tsehay Guluma Mar 23, 2026 0 𝗧𝗮𝗿𝗸𝗮𝗮𝗻𝗳𝗶𝗶 𝗗𝘂𝘂𝗿𝘀𝗼𝗼: 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗞𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳 𝗕𝗲𝗲𝗸𝗮𝗺𝘁𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗻𝗻𝘂𝘂 Dhimmi jijjiiramaa, mootummootafi dhaloottan dhufaa darbaniif dhaadannoo ijoo barootaa ture. Haata’u malee, yaaliiwwan jijjiiramaa…
Oduu biyya keessaa Turtii Addaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Teeleevizhinii Qaanaa waliin egeree… Tsehay Guluma Mar 23, 2026 0 Turtii isaaniin, pilaanii magaaloota, misooma waaraa fi pirojektiwwan Misooma Koriidarii Magaalaa Finfinnee fi Magaaloota biroo akkamitti jijjiiraa jIru, akkasumas bu’uuraaleen misoomaa…
Idil Addunyaa Xiyyaara konkolaataan walitti bu’uun lubbuu balaliisaa fi gargaaraa galaafate Sifen Megersa Mar 23, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2018 (FMC) –Xiyyaarri Moontiriyaal irraa gara Niwuyorki Buufata Xiyyaaraa Laagaarditti balali’e Konkolaataan walitti bu’uun lubbuu namoota lamaa galaafachuu…
Oduu biyya keessaa Kennaa uumamni nu badhaase beekuu fi hubachuun barbaachisaadha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Mar 23, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2018 (FMC) – Kennaa uumamni nu badhaase beekuu fi hubachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Galmee filattootaa Filannoo Waliigalaa 7ffaa karaa diijitaalaan gaggeeffamu… Ayana Dheressa Mar 23, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2018(FMC)- Galmeen filattootaa Filannoo Waliigalaa 7ffaa karaa diijitaalaan gaggeeffamu adeemsa filannoo irratti amanamummaa guddisa jedhan Hayyuun Saayinsii…
Oduu biyya keessaa Imala ijaarsa sirna dimokirasii galmaan ga’uuf kutannoon hojjetamaa jira- Obbo Hayiluu… Ayana Dheressa Mar 23, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2018(FMC)- Mootummaan imala ijaarsa sirna dimokirasii hirmaachisaa, haqa qabeessaafi obbolummaa irratti hundaa’e galmaan ga'uuf kutannoon hojjechaa jira jedhan…
Ispoortii Maanchiister Siitiin Waancaa Kaaraabaa’oo injifate Sifen Megersa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitiin Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa Waancaa Kaaraabaa'oo ta'eera. Siitiin galchii 2 fi 0'n Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Loojiin Nii’iin Lee Palm hawaasa naannawichaaf carraa hojii bal’aa uume- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Loojiin Nii’iin Lee Palm hawaasa naannawichaaf carraa hojii bal’aa kan uumedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa barattoota kuma 1 fi 688 eebbisiise Ayana Dheressa Mar 22, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa barattoota kuma 1 fi 688 eebbisiiseera. Sagantaa eebbaa kanarratti Af-yaa’iin Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirre…
Oduu biyya keessaa Ergaa Waajjira Ministira Muummee Ayana Dheressa Mar 22, 2026 0 Loojiin Nii’iin Lee Palm jannata lafarraa; hunda hammataa! Yaadama Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad fi qaama pirojektii ‘ Maaddiin Dhalootaaf” kan ta’e Loojiin Nii’iin Lee Palm, ragaa…