Dabarsa Alangee Gadaa Meelbaa irraa gara Gadaa Muudanaatti…
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Gadaan Tuulamaa tartiiba Shan qaba.
Akka Gadaa Tuulamaatti tartiibni marsaa shanan Gadaa:- Roobalee, Birmajii, Meelbaa/Horata, Muudana/Michillee fi…