Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Naareendiraa Moodii waliin mari’atan Tsehay Guluma Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) _ Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Hindi Naareendiraa Moodii waliin mari'ataniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Hindi Niiw Deelhii galan Tsehay Guluma Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2019 (FMC) _ Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa'ii 18ffaa Hoggantoota BRICS irratti hirmaachuuf Hindi Niiw Deelhii galaniiru. Yaa’iin 18ffaa…
Teeknooloojii Teeknooloojii Droonii guddina hunda galeessa Itiyoophiyaaf Yonatan Birhanu Sep 12, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Bara haaraa simachuuf samii Finfinnee irratti agarsiisni dinqisiisaa Drooniiwwaniin qophaa’e, Itiyoophiyaan damee teeknooloojiin guddina saffisaa fi…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Ruut Yirgaalemiif simannaa godhe Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Komishiniin Turizimii Magaalaa Finfinnee dorgommii miidhaginaa idil-addunyaa‘Miss World 2026’ irratti Itiyoophiyaa bakka bu’uun kan hirmaatte Ruut…
Idil Addunyaa Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii 18ffaa BRICS irratti hirmaachuuf Hindi seenaa jiru Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii 18ffaa BRICS irratti hirmaachuuf Hindi Magaalaa Niwuu Deelhii seenaa jiru. Yaa’ii 18ffaa Hoggantootaa Boruu fi…
Teeknooloojii Agarsiisa dirooniwwan kuma 3 ol hirmaachise… Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Finfinneen jala bultii bara haaraan agarsiisa diroonii fi richiitiin miidhagdee bulte. Agarsiisni Diroonii jala bultii Ayyaana Bara Haaraa 2019…
Oduu biyya keessaa Hidhi Guddichi Haaromsaa Humna Tokkummaa Afrikaati – Barruu Taayim Afrikaa Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa madda anniisaa qofa osoo hin taane Humna Tokkummaa Afrikaati jedhe Barruun Taayim Afrikaa. Agarsiistuu hawwii…
Ispoortii Jaawoo Peediroon taphataa cimaa baatii Haggayyaa jedhame Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Jaawoo Peediroon taphataa cimaa baatii Haggayyaa Piriimeer Ingilaandi jedhamuun filatame. Jifataan Kilaba Cheelsii Jaawoo Peediroon ga’umsa…
Oduu biyya keessaa Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yuusuuf bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanach Abeebeen ayyaana bara haaraa sababeeffachuun maaddii qoodatan Sifen Megersa Sep 11, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2019 (FMC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebeen ayyaana bara haaraa sababeeffachuun maaddii qoodataniiru. Giddugalawwan nyaataa 30 keessatti maaddii…