Manni Maree Ministirootaa IGAD Yaa’ii isaa 74ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Fulbaana 5, 2019 (FMC) — Manni Maree Ministirootaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa yaa’ii addaa 74ffaa Jibuutiitti gaggeessaa jira.
Yaa’ichi dhimma nageenyaafi…