Riifoormiin qophaa’ummaa waraanaafi waliingahiinsa fayyaa raayyichaa guddisuuf dandeessisu…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Qophaa’ummaa waraanaa raayyichaa mirkaneessuuf riifoormiin hunda galeessi tajaajila fayyaa teeknooloojiin deeggarame kennuuf dandeessisu taasifameera…