Dirqama Loltummaa Ba’achaa, Mirga Diimokiraasii Fayyadamuu
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) – Kabaja daangaa fi birmadummaa biyya keenyaa eegsisuu cinatti, mirga diimokiraasii keenyatti fayyadamuun sagalee keenya kennineerra jedhan miseensonni…