Oduu biyya keessaa Waajjirri Ministira Muummee haala waqtaawaa irratti ibsa kenne Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Waajjirri Ministira Muummee haala waqtaawaa irratti ibsa kenneera. Guutuun ibsichaa akka itti aanutti dhiyaateera. Caamsaa 24, 2018 obboroo…
Fayyaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Giddugala qorannoo Fooransikiifi Sirna Summii eebbisan Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Minilik II’tti Giddugala qorannoo Fooransikiifi Sirna Summii eebbisaniiru. Aadde…
Ispoortii Laamiin Yaamaal taphataa cimaa Laaligaa Ispeen jedhame Sifen Megersa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Laamiin Yaamaal taphataa cimaa Laaligaa Ispeen bara 2025/26 jedhamuun filatame. Taphaataan sarara fuulduraa Baarseloonaa dargageessi umrii waggaa 18…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa fi kaka’umsi filattootaa ijaarsa sirna diimookiraasiif abdii guddaa kan uumedha –… Sifen Megersa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Hirmaannaa fi kaka’umsi filattootaa filannoo waliigalaa 7ffaarratti mul’ate ijaarsa sirna diimookiraasiif abdii guddaa kan uumedha jedhe Federeeshiniin…
Ispoortii Waldichi badhaasa taphataa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandiif taphattoota 6 kaadhime Sifen Megersa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Waldaan taphattoota Piroofeeshinaalii Kubbaa Miilaa Ingilaandi badhaasa taphataa cimaa Piriimeer Liigii Ingilaand bara 2025/26'f taphattoota 6…
Fayyaa Talaalliin dhibee Gifiraa naannolee 4’tti kennamuu eegale Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) – Talaalliin dhibee Gifiraa naannolee 4’tti daa’imman kuma 400 fi kuma 18 oliif kennamuu eegaleera. Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 8.1 qophaa’e Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektaarri miliyoonni 8 fi kumni 100 qophaa’uun miiliyoonni 2 fi kumni 600 ammoo sanyiin…
Idil Addunyaa Pirezidaanti Zeleniskiin Pirezidaanti Putiin Waliin Fuulleetti Wal Arguun Mari’achuuf Gaaffii… Yonatan Birhanu Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Yuukireen Voloodimiiir Zeleniskii pirezidaantii Raashiyaa waliin fuulleetti wal arguun mari'achuuf yaada dhiyeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ummanni filannoo qofa hin gaggeessine, imaanaa guddaa qaama filatetti kenne – Hayyuu Siyaasaa Sifen Megersa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Ummanni filannoo waliigalaa 7ffaan filannoo qofa hin gaggeessine, imaanaa guddaa qaama filatetti kenne jedhan Yuunivarsiitii Finfinneetti Hayyuun…
Oduu biyya keessaa Kantiibaan duraanii magaalaa Finfinnee Ambaasaaddar Alii Abdoo addunyaa kanarraa du’aan boqotan Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) – Kantiibaan duraanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Ambaasaaddar Alii Abdoo addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…