Ispoortii Nageellee Arsi fi Arbaa Minciqixa ba’an Yonatan Birhanu Feb 22, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 15, 2018 (FMC)-Sagantaa tapha priimer Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 20ffaan Nageellee Arsii fi Arbaa Minci fixa ba'aniiru. Guyyaa sa'aatii 9 irratti Istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Gammoojjiin Bilaattee dhalli namaa jabaatee yoo hojjete maal fiduu akka danda’u argisiisa… Yonatan Birhanu Feb 22, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 15, 2018 (FMC) - Gammoojjiin Bilaattee dhalli namaa jabaatee yoo hojjete maal fiduu akka danda'u kan argisisuu dha jedhan Ministiri Muumee Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Bakkeewwan faayidaa malee turan gara giddu gala misooma qonnaatti jijjiiramaa jiru – Dooktar… Yonatan Birhanu Feb 22, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 15, 2018 (FMC) - Bakkeewwan kanaan dura faayidaa malee turan hedduun amma jal'isiin gara giddugala misooma qonnaatti jijjiiramaa jiru jedhan Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Raayyaa goota, jabaafi gahumsa qabu dirqama kamiifuu qophii ta’e ijaarreerra- Fiild Maarshaal… Ayana Dheressa Feb 22, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 15 , 2018 (FMC) – Raayyaa goota, jabaafi gahumsa qabu dirqama kamiifuu qophii ta’e ijaarreerra jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal…
Oduu biyya keessaa ‘Eeliit Foorsii’ kan ijaarru naannawaa keenyatti waraanniifi jeequmsi akka hin uumaneefi- Dooktar… Ayana Dheressa Feb 22, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 15 , 2018 (FMC) – ‘Eeliit Foorsii’ kan ijaarru naannawaa keenyatti waraanniifi jeequmsi akka hin uumaneefi jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Yaadannoon Injifannoo Adwaa injifannoo Adwaa ukkaamfamee ture irra deebiin akka mul’atu taasiseera-… Ayana Dheressa Feb 22, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 15 , 2018 (FMC) – Yaadannoon Injifannoo Adwaa injifannoo Adwaa jaarraa tokkoo oliif ukkaamfamee ture irra deebiin akka mul’atu taasiseera jedhan Kantiibaan magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ajajni Duula Addaa dirqama lafarraa, qilleensarraafi galaanarraa bahachuuf qophiidha- L/J Shuumaa… Ayana Dheressa Feb 22, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 15 , 2018 (FMC) – Ajajni Duula Addaa dirqama lafarraa, qilleensarraafi galaanarraa haala amansiisaa ta’een bahachuuf qophiidha jedhan Ajajaan ajajichaa Leetenaal…
Oduu biyya keessaa Qaama biyya fooyyeftuu dhalootaaf ijaaruu kan ta’e hojiileen misooma Koriidarii magaalota… Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) –Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee misooma Koriidarii boqonnaa 2ffaa magaalaa Hawasaa daawwataniiru. Qaama biyya fooyyeftuu…
Ispoortii Piriimeer liigii Ingiliiziin Astoon Viilaan Liidis Yuunaayitiid, Cheelsiin ammoo Barnileey waliin… Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 27ffaa har'a taphatameen Biraayitan Bireentifoordi yoo injifatu, Astoon Viilaan Liidis Yuunaayitiid,…
Biiznasii Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa addaa gaggeesse ifoomse Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa bu'aa caalbaasii sharafa alaa addaa har'a gaggeesse ifoomseera. Doolaarri miiliyoonni 500 caalbaasichaaf kan…