Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waadaa Uummata keenya amanamummaan tajaajiluuf seenne hojiirra oolchaa jirra- Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen waadaa Uummata keenya amanamummaan tajaajiluuf seenne hojiirra oolchaa jirra jedhan.
Misoomni…
Itiyoophiyaatti ce’umsa caaseffamaa diinagdee irratti taasifameen hojiin bu’aa qabeessii hojjetamaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Itiyoophiyaatti ce’umsa caaseffamaa diinagdee irratti taasifameen hojiin bu’aa qabeessii hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa…
Guddinni damee qonnaa guddina dameewwan biroo waliin walitti hidhamee waan hojjetameef abdii keenya…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Guddinni damee qonnaa guddina dameewwan biroo waliin walitti hidhamee waan hojjetameef abdii keenya qabatamaan arguu dandeenyeerra jedhan Ministirri…
Guyyaan Raayyaa Ittisaa 118ffaan Kabajamaa jira
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC) - Guyyaan Raayyaa Ittisaa 118ffaan mata duree "Biyya hin tuqamne, Raayyaa hin sodaanne "jedhuun Kabajamaa jira.
Kabaja Ayyaanichaa irratti Itaamaajor…
Imalli Itiyoophiyaa kan kaleessaarra fooyya’aa dhufeera- Diyaaqoon Daani’eel Kibrat
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Imalli Itiyoophiyaa kan kaleessaarra fooyya’aa dhufeera jedhan Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Diyaaqoon Daani’eel Kibrat.…
Biyya keenyatti guddina diinagdee ariifataa itti fufsiisuu dandeenyeerra- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Biyya keenyatti guddina diinagdee ariifataa itti fufsiisuu dandeenyeerra jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan Giddugala…
Pirojektiin Kooyishaa xiyyeeffannoo mootummaan qabeenya biyyaa misoomsuuf kenne kan agarsiisudha-…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa Pirojektiin Kooyishaa xiyyeeffannoo mootummaan qabeenya biyyaa misoomsuuf kenne kan agarsiisudha…
Dooktar Abiy Ahimad hojii misoomaa Kooriidarii Saarbeet- Addabaabaayii Jarman fi Naannawaa Furii…
Finfinnee, Onkoloolessa 15, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojii misoomaa Kooriidarii Saarbeet- Addabaabaayii Jarman fi Naannawaa Furii daawwataniiru.
Ministirri…
Itiyoophiyaafi Moozaambiik hariiroo loltummaa isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaafi Moozaambiik hariiroo yero dheeraa damee loltummaan qaban cimsuuf waliigalaniiru.
Ministirri Ittisaa Injiinar Ayishaa Mahaammad gita…
Waltajjiin Fooramii Xaanaa Baahir Daar xumurame
Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2018 (FMC)- Fooramiin Xaanaa 11ffaan Baahir Daaritti geggeeffame milkaa'inaan xumurameera jedhe Qajeelchi Waligalaa Olaanaan Poolisii Amaaraa.
Ajajaan…