Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinaalee garaagaraatti Piroojektoonni misoomaa eebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaa godinaalee adda addaatti Piroojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifamaniiru.
Magaalaa Mojootti Pirojektoonni misoomaa 69 ta’an Birrii…
Filannoo Waliigalaa 7ffaa ilaalchisee dippiloomaatotaafi bakka bu’oota dhaabbilee idil-addunyaaf…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaa ilaalchisee dippiloomaatotaafi bakka bu’oota dhaabbilee idil-addunyaaf ibsi kennameera.
Walitti qabduun Boordii Filannoo…
Hawaasni Musliimaa ayyaana Iid Al Adahaa wayita kabaju duudhaa Islaamummaa eeguun kabajuu qaba…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Hawaasni Musliimaa ayyaana Iid Al Adahaa(Arafaa) wayita kabaju duudhaa Islaamummaa eeguun kabajuu qaba jedhe Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…
Ergama kabachiisa nageenyaa miira Itiyoophiyummaan raawwachuun barbaachisaadha- Jeneraal Ababaawu…
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Ergama kabachiisa nageenyaa idil-addunyaa miira Itiyoophiyummaafi uummattummaan akkasumas ogummaa loltummaan raawwachuun barbaachisaadha jedhan Itti…
Sirna geejjibaa diinagdee magariisaa deeggaru ijaaruuf hojjetamaa jira- Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Sirna geejjibaa diinagdee magariisaa deeggaru ijaaruuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen.…
Addi Bilisummaa Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti duula na filadhaa gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuutti duula na filadhaa gaggeesseera.
Paartichi duula na filadhaa kanaan…
Wixinee ajandaa marii biyyaalessaa qooda fudhattootaaf dhiyeessuu fi qeeqsisuun maaliif barbaachise?
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa lammiilee Itiyoophiyaa biyya keessaa fi alaarraa ajandaa walitti qabaa turuun ni yaadatama.
Komishinichi, adeemsa…
Dooktar Abiy Ahimad guyyaa Afrikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa Afrikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Obboleeyyanii fi obboleettiwwan keenyaa…
Hundi keenya walooma irratti xiyyyeeffachuu qabna- Luba Taagaay Taaddalaa
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Hundi keenya haasawaa jibbiinsaarra olaantummaa yaadaa; qoqqoodiinsa irra walooma irratti xiyyeeffachuu qabna jedhan Barreessaa Olaanaa Yaa’ii Dhaabbilee…
Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo Magaalaa Mattuutti Duula na filadhaa gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo Magaalaa Mattuutti Duula na filadhaa gaggeesseera.
Duula na filadhaa kanaanis paartiichi tarsiimoo isaa hawaasatti…