Bu’aa tattaaffii hubannoo namtolchee keenyaa arguu eegalleerra- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Bu’aa tattaaffii hubannoo namtolchee keenyaa arguu eegalleerra jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa.
Leenjitoonni yeroo…
Karoorri Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob ittiin hogganamu ifoome
Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Sadarkaa biyyaalessaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob kan ittiin hogganamu Karoorri tarsiimawaan waggoota sadii guyyaa har’aa ifoomeera.
Hojii…
Teeknooloojii diijitaalaa babal’isuuf Itiyoophiyaatti yeroo dheeraa hin fudhatu- Ambaasaaddar…
Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Teeknooloojii diijitaalaa babal’isuuf Itiyoophiyaatti yeroo dheeraa hin fudhatu jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Israa’el Dooktar Abrahaam…
Yuunivarsiitiin Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa kalaqa teeknooloojii ni guddisa – Soofiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2026 (FMC) – Itti Gaafatamtuun Damee Barnootaa Gamtaa Afrikaa Soofiyaa Ashipaalaa akka jedhanitti, karoorri Itoophiyaan Yuunivarsiitii Hubannoo Namtolchee…
Kenniinsa tajaajilaa hojimaata diijitaalaan saffisiisuun cimee itti fufa- Aadde Salaamaawit Daawwit
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Kenniinsa tajaajilaa dameewwan garagaraan kennaman hojimaata diijitaalaan saffisiisuun cimee itti fufa jedhan Daayrektarri Olaantuun Tajaajila Lammummaafi…
Imala Diijitaal Itiyoophiyaa waggoota shanii fi raawwii waadaalee galamanii:-
Mootummaan Ida’amuu wayita filannoo waliigalaa 6ffaa galmoota qabate guguddoo keessaa bu’uuraalee misooma Diijitaalaa ammayyeessuu fi Tarsiimoo Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 milkeessuu ture.…
Miidhaa Hubannoo Namtolcheen Geessisuu Danda’u Ittisuuf Seeraan Hogganamuu Barbaachisa – Antooniyoo…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) - Dhibbaa faallaa teeknoolojiin hubannoo namtolchee keessattuu daaimman irratti fiduu danda'u ittisuuf seeraan hoogganamuu barbaachisa jedhan Barreessaa…
Tajaajilli Giddugala tokkoo tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)- Tajaajilli giddugala tokkoo Sadarkaa Federaalaa fi Naannoleetti hojii eegalan tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jiru jedhan Komishinarri…
Daataa – Qabeenya Birmadummaa Haaraa Jaarraa 21ffaa
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC) – Jaarraa 21ffaa keessatti daataan qabeenya haaraa bu'uura dinagdee, nageenyaa fi misoomaa ta'ee jira.
Biyyoonni daataa lammiilee isaanii, dhaabbata…
Godinichatti Tajaajilli Giddugala Iddoo Tokkoo haaraan lama hojii eegalan
Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) – Godina Arsii Aanaa Heexosaa fi Magaalaa Dheeratti tajaajilli giddugala iddoo tokkoo Masoob lama hojii eegalan.
Bulchaan Aanaa Heexosaa obbo Awwal…