Ispoortii
Dorgommii Atleetiksii Finfinnee Giraand Prii Fiigicha Meetira 3,000 Guufachiisaa Dhiiraatiin Gamachuu Godaanaa Injifate
Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Dorgommii atleetiksii Finfinnee Giraand Prii fiigicha meetira 3,000 guufachiisaa dhiiraatiin atleet Gamachuu Godaanaa tokkoffaa ba’uun xumureera.
Atleetichi fageenya kana xumuruuf daqiiqaa 8:35.83 akka itti fudhate ragaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa irraa argame ni agarsiisa.
Atileet Jamaal Jawaaroo…
Read More...
Cheelsii fi Maanchisteer Yuunaayitiid…
Finfinnee, Ebla 10, 2018 (FMC) – Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 33ffaan, taphni har'a Cheelsiin Maanchisteer Yuunaayitiid waliin taphatu akkaan eegama.
Gareen lameen hirmaannaa Shaampiyoonsii Liigii argachuuf imala taasisan…
Baatii kana keessa Finfinneetti dorgommiiwwan Ispoortii idil-addunyaa sadii ni gaggeeffamu
Finfinnee, Ebla 8, 2018 (FMC) – Baatii Ebla keessa Finfinneetti dorgommiiwwan Ispoortii idil-addunyaa sadii ni gaggeeffamu.
Taateewwan Ispoortii idil-addunyaa baatii kana keessa magaalichatti gaggeeffaman keessaa dorgommiin Atileetiksii…
Tiraakiin fiigichaa Istaadiyeemii Finfinnee xumuramuun atileetotaaf baname
Finfinnee, Ebla 7, 2018( FMC)- Tiraakiin fiigichaa Istaadiyeemii Finfinnee xumuramuun waggoota 8 booda guyyaa har’aa atileetota dorgommii idil-addunyaa Giraandi Pirii Finfinneetti gaggeeffamu irratti hirmaataniif banameera.…
Tapha Baayarn Muuniik fi Riyaal Maadriid…
Finfinnee, Ebla 7, 2018 (FMC) – Tapha deebii nuusa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Baayarn Muuniik fi Riyaal Maadriid Aliyaanz Areenaa irratti wal morkatu.
Tapha marsaa jalqabaa…
PSGfi Atileetikoo Maadriid tapha walakkaa xumuraaf darban
Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) – Tapha deebii nuusa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen PSGfi Atileetikoo Maadriid tapha walakkaa xumuraaf darbaniiru.
PSG'n har'a galchii 2 fi 0'n Liiverpuul injifachuun dhaqaa…
Adaamaa 0 – 1 Itiyoo Elektiriikii
Finfinnee, Eebla 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan har’a taphatameen Itiyoo Elektiriik Adaamaa injifate.
Tapha hara’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti …