Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Magaalaan Shaggar magaalaa Baahir Daar injifate

Finfinnee, Ebla 12, 2018(FMC)- Tapha CBE Piriimiyar Liigii Itoophiyaa torbee 28ffaa har'a taphatameen magaalaan Shaggar magaalaa Baahir Daar 2fi 0'n injifateera. Tapha guyyaa sa'aatii 7 irraa eegalee taphatame kanaan Biiniyaam Fiqiruu fi Bulchaa Shuuraa galchiiwwan lamaan Shaggariif lakkoofsisaniiru. Itti fufees sa'aatii 10 irratti Itiyoo…
Read More...