Ispoortii
Dorgommiin Atleetiksii Guyyaa Tokkoo geggeeffame Maqaa Gaarii Itoophiyaa Irra deebiin Mirkaneesseera – Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, dorgommiin atleetiksii guyyaa tokkoo idil-addunyaa (Addis Ababa Grand Prix) maqaa gaarii Itoophiyaan damee atleetiksiitiin qabdu irra deebiin mirkaneessuu ibsan.
Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Itoophiyaan seenaa ishee…
Read More...
Dorgommii Atleetiksii Finfinnee Giraand Prii Fiigicha Meetira 3,000 Guufachiisaa Dhiiraatiin…
Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Dorgommii atleetiksii Finfinnee Giraand Prii fiigicha meetira 3,000 guufachiisaa dhiiraatiin atleet Gamachuu Godaanaa tokkoffaa ba’uun xumureera.
Atleetichi fageenya kana xumuruuf daqiiqaa 8:35.83 akka…
Cheelsii fi Maanchisteer Yuunaayitiid…
Finfinnee, Ebla 10, 2018 (FMC) – Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 33ffaan, taphni har'a Cheelsiin Maanchisteer Yuunaayitiid waliin taphatu akkaan eegama.
Gareen lameen hirmaannaa Shaampiyoonsii Liigii argachuuf imala taasisan…
Baatii kana keessa Finfinneetti dorgommiiwwan Ispoortii idil-addunyaa sadii ni gaggeeffamu
Finfinnee, Ebla 8, 2018 (FMC) – Baatii Ebla keessa Finfinneetti dorgommiiwwan Ispoortii idil-addunyaa sadii ni gaggeeffamu.
Taateewwan Ispoortii idil-addunyaa baatii kana keessa magaalichatti gaggeeffaman keessaa dorgommiin Atileetiksii…
Tiraakiin fiigichaa Istaadiyeemii Finfinnee xumuramuun atileetotaaf baname
Finfinnee, Ebla 7, 2018( FMC)- Tiraakiin fiigichaa Istaadiyeemii Finfinnee xumuramuun waggoota 8 booda guyyaa har’aa atileetota dorgommii idil-addunyaa Giraandi Pirii Finfinneetti gaggeeffamu irratti hirmaataniif banameera.…
Tapha Baayarn Muuniik fi Riyaal Maadriid…
Finfinnee, Ebla 7, 2018 (FMC) – Tapha deebii nuusa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Baayarn Muuniik fi Riyaal Maadriid Aliyaanz Areenaa irratti wal morkatu.
Tapha marsaa jalqabaa…
PSGfi Atileetikoo Maadriid tapha walakkaa xumuraaf darban
Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) – Tapha deebii nuusa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen PSGfi Atileetikoo Maadriid tapha walakkaa xumuraaf darbaniiru.
PSG'n har'a galchii 2 fi 0'n Liiverpuul injifachuun dhaqaa…