Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Dorgommiin Atleetiksii Guyyaa Tokkoo geggeeffame Maqaa Gaarii Itoophiyaa Irra deebiin Mirkaneesseera – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, dorgommiin atleetiksii guyyaa tokkoo idil-addunyaa (Addis Ababa Grand Prix) maqaa gaarii Itoophiyaan damee atleetiksiitiin qabdu irra deebiin mirkaneessuu ibsan. Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Itoophiyaan seenaa ishee…
Read More...