Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii idilee 9ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Afyaa’iin Mana Marichaa Faantuu Tasfaayee akka…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hojiin eegumsa biyyeefi bishaanii sululawwan kuma 6 fi 386 irratti hojjetama Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti lafa heektaara miiliyoona 3 fi kuma 100 fi kuma 93 ol irratti hojii eegumsa biyyeefi bishaanii hojjechuuf qophiin xumurameera jedhe…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ayyaana qillee warra Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana qillee warra Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Yeroon kun gaarummaan…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:- Sifen Megersa Dec 24, 2025 0 Namoota 125'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne. Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru. Kan dhibicharraa dandamates…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Eertiraa uummata Afaar irratti duguuggaa sanyii raawwachaa jira- Dhaabbaticha Ayana Dheressa Dec 24, 2025 0 Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Mootummaan Eertiraa uummata Afaar irratti duguuggaa sanyii raawwachaa jira jedhan Dura Taa’aan Dhaabbata Dimookiraasii Afaar Galaana Diimaa Ibraahim…
Idil Addunyaa Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti qaqqabeen du’an Sifen Megersa Dec 24, 2025 0 Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Hogganaan waraana Liibiyaa balaa xiyyaaraa Turkitti mudateen du'uu Ministirri Muummee Liibiyaa beeksisan. Jeneraal Mohaammad Alii Ahimad al-Haddad fi…
Ispoortii Nageellee Arsii 1 – 0 Walwaaloo Addigiraat Yuunivarsiitii Sifen Megersa Dec 24, 2025 0 Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaan Nageellee Arsiin Walwaaloo Addigiraat Yuunivarsiitii injifate. Nageellee Arsiin galchii 1 fi…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa namoomaa buqqaatoota buufata tursa yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif dhiyaachaa jiru… Sifen Megersa Dec 24, 2025 0 Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Deeggarsa namoomaa buqqaatoota Naannoo Tigraayi Godina Lixa Tigraay aanaa Asgadaa buufata tursa yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif dhiyaachaa jiru…
Teeknooloojii Tarsiimoo Dijiitaal Itiyoophiyaa 2030’n sirni bulchiinsa odeeffannoo bu’aa qabeessi akka jiraatu ni… Ayana Dheressa Dec 24, 2025 0 Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Tarsiimoo Dijiitaal Itiyoophiyaa 2030’n sirni bulchiinsa odeeffannoo bu’aa qabeessi akka jiraatu ni taasifama jedhan Daayrektarri Olaanaan Inistiitiyuutii…
Biiznasii Warshaaleen damee Manufakcharingii oomishaalee al ergi fi bakka bu’oo oomishaan lammiilee kuma 63… Sifen Megersa Dec 24, 2025 0 Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan shanan darban Warshaaleen damee Manufakcharingii oomishaalee al ergi fi bakka bu’oo oomishaan lammiilee kuma 63 oliif carraa…