Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah sagalee isaanii kennan Ayana Dheressa Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC)- Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah Naannoo Somaalee aanaa Shiinilleetti sagalee isaanii kennaniiru.
Oduu biyya keessaa Uummata Itiyoophiyaa pirooppogaandaa xixiqaan jilbeenfachiisuun hin danda’amu- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC)- Uummata Itiyoophiyaa pirooppogaandaa xixiqaan jilbeenfachiisuun hin danda’amu jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaa sagalee isaanii kennan Ayana Dheressa Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa sagalee isaanii kennaniiru.
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Sagalee isaanii kennan Tsehay Guluma Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Buufata Filannoo Bashaashaa Harootti argamuun Sagalee isaanii kennaniiru.
Oduu biyya keessaa Naannoo Filannoo Shaashamanneetti qophiin sagalee kennuu taasifamaa jira Ayana Dheressa Jun 1, 2026 0 Naannoo Filannoo Shaashamanneetti Filaannoo Waliigalaa 7ffaaf qophiin sagalee kennuu taasifamaa jira. Naannoo Filannoo Shaashamannee Lakkoofsa tokkoo Buufataa Filaannoo Magazanaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Aanaalee Qarsaa fi Omoo Naddaa filannoo boruuf qophii xumuran Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) – Jiraattoonni Godina Jimmaa Aanaalee Qarsaa fi Omoo Naddaa filannoo boruuf qophii xumuraniiru. Filannoo waligalaa 7ffaan Paartii biyya ijaaru filachuuf…
Oduu biyya keessaa Filannoo Waliigalaa 7ffaa irratti hirmaachuuf qophii xumurre – Jiraattoota Aanaa Shabee Somboo Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaa irratti hirmaachuuf qophii xumurre jedhan jiraattootni Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo. Qaama nu gaggeessuu danda'u kaardii…
Oduu biyya keessaa Qophii xumuruu buufataalee filannoo Magaalaa Adaamaa… Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) – Buufataaleen Filannoo Magaalaa Adaamaatti argaman qophii filannoo xumuraniiru. Akka magaalichaatti naannoleen filannoo 3 fi buufataaleen filannoo 296…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Afrikaa fi IGAD adeemsa diimokiraasii Itiyoophiyaa akka deggeran mirkaneessan Yonatan Birhanu May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) - Gamtaan Afrikaa fi Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa(IGAD) adeemsa diimokiraasii Itiyoophiyaa akka deggeran mirkaneessaniiru. Dursaa garee…
Oduu biyya keessaa Jilli Taajjabdootaa IGAD magaalaa Jimmaatti qophii filannoon duraa daawwate Sifen Megersa May 31, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2018 (FMC) - Jilli Taajjabdootaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa(IGAD) naannoo filannoo magaalaa Jimmaatti argamuun adeemsawwan qophii filannoon duraa…