Lammiileen balaa Lolaa fi Sigiga lafaaf saaxilamoo ta’an of eeggannoo akka taasisan gaafatame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa obbo Xilahuun Kabbadaan jiraattonni naannawaa balaa lolaa fi sigiga lafaaf saaxilamoo ta’an jiraatan of…