Fayyaa Faayidaa Avokaadoon fayyaa namaaf qabu… Ayana Dheressa Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC) – Avokaadoon kudura faayidaa olaanaa qabu kan fayyaa dhala namaaf barbaachisaa ta’eedha. Viitaminoota, albuudota garaagaraa fi wantoota qaamaaf…
Ispoortii Alii Ahimad Inistiityuutii leenjiifi qorannoo Daraartuu Tulluutti argamuun biqiltuu Ashaaraa… Tsehay Guluma Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC) –Taphataan Garee Biyyaalessaa Kaanaadaa fi kilaba Noorwichi Siitii Alii Ahimad Kutaa Magaalaa Sulultaa Inistiityuutii leenjiifi qorannoo Daraartuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara Kanaa hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 1 ol dhaabbate Ayana Dheressa Jul 22, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti sagantaa ashaaraa magariisaa bara Kanaan hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 500 ol dhaabbateera. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa dandeettii ofiin mirkaneessuurra darbee imala teeknooloojii nageenyaa gara biyyoota… Ayana Dheressa Jul 22, 2026 0 Itiyoophiyaan teeknooloojiiwwan nageenyaafi tasgabbiin ofiisheerra darbitee fedhii biyyoota ollaa guutuuf hojjechaa jirti. Itiyoophiyaan teekinooloojiiwwan kanneen biyya keessatti…
Oduu biyya keessaa Tajaajila tola ooltummaa utubaa duudhaalee waloofi misooma ammayyaa… Ayana Dheressa Jul 22, 2026 0 Tajaajilli tola ooltummaa jiruufi jireenya namootaa jijjiiruurra darbee eenyummaa keenya kan bocu daandii jireenyaa dinqisiisaadha. Kaffaltii tokko malee onnee guutuun namoota biroo…
Oduu biyya keessaa Imalli Alii Ahimad cimina hojii, dandeettii gabbisuufi of-kennuun kan ijaaramedha – Pir. Shimallis… Sifen Megersa Jul 21, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan taphataan Garee Kubbaa Miilaa Kaanaadaa Alii Ahimad waliin mari’anneera jedhan.…
Oduu biyya keessaa Mareen biyyaalessaa milkaa’inaan akka xumuramu gahee keenya ni baana –Yaadasaa Nagaasaa Sifen Megersa Jul 21, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Mareen biyyaalessaa milkaa’inaan akka xumuramu gahee keenya ni baana jedhan daandii nagaa filachuun Yaa’ii Maree Biyyaalessaarratti hirmaataa kan jiran…
Ispoortii Alii Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwate Sifen Megersa Jul 21, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) - Taphataan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Kaanaadaa maatii Itiyoophiyaa irraa dhalate Alii Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera. Kilaba…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee Badhaasa barnoota olaanaa Afrikaa jijjiiramaaf jedhamu inijafate Sifen Megersa Jul 21, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) - Yuunivarsiitiin Finfinnee, badhaasa marsaa jalqabaa barnoota olaanaa Afrikaa jijjiiramaaf jedhamu kan Dhaabbata Faawundeeshinii Maasterkaardii irraa…
Oduu biyya keessaa Marii biyyaalessaa hirmaannaa ho’aa lammiileen gaggeeffamaa jiru… Sifen Megersa Jul 21, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Yaa’ii Mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’as hirmaannaa ho’aa lammiileen itti fufee oleera. Komishiniin Maree Biyyaalessa Itiyoophiyaa ergaa guyyaa…