Oduu biyya keessaa Sagalee Moqaadishoo fi Mul’ata Guddicha Itiyoophiyaa! Yonatan Birhanu Oct 4, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019(FMC) - Haala siyaasaa Gaanfa Afrikaa keessatti, yeroo haasaan dippiloomaasii dhugaa fi haqa irratti hundaa’e dhaga’amu, gareewwan dhugaa kana dhaga’uu irraa of…
Oduu biyya keessaa Qindoominni diinonni Itiyoophiyaa jeequuf uuman fashalaa’aa jira – Dooktar Abrahaam… Yonatan Birhanu Oct 4, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Qindoominni diinonni alaa fi gantoonni keessaa waliin ta’uun Itiyoophiyaa jeequuf uuman humnoota nageenyaatiin maseenaa jiraachuu Dooktar Abrahaam Balaay…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti Ummata hirmaachisuun caasaan bulchiinsaa haaraa sadarkaa ganda irraa eegalee ni… Yonatan Birhanu Oct 3, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Naannoo Tigraayitti ummata hirmaachisuun, caasaan bulchiinsaa haaraan sadarkaa ganda irraa eegalee akka hundeeffamu Dooktar Abrahaam Balaay ibsan.…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Marii Biyyaalessaa ajandaaleefi yaadota furmaataa dabarsee kenne Ayana Dheressa Oct 3, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa guyyaa har’aa ajandaaleefi yaadota furmaataa hirmaattota yaa’ii marii biyaalessaa irraa argaman Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya Galaana Diimaa qooddattu ta’uuf mirga guutuu qabdi- Pireezidaanti Hasan Sheek… Ayana Dheressa Oct 3, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan biyya Galaana Diimaa qooddattu ta’uuf mirga guutuu qabdi jedhan Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud. …
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad sagantaa qabxiiwwan fi yaadota furmaataa ajandaa Marii Biyyaalessaa Mana Maree… Ayana Dheressa Oct 3, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa qabxiiwwan fi yaadota furmaataa ajandaa Marii Biyyaalessaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yaa’ii Konvarjansii Daldalaa Afrikaa akka qopheessituuf filatamte Ayana Dheressa Oct 3, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan yaa’ii Konvarjansii Daldalaa Afrikaa bara faranjootaa 2017 gaggeeffamu akka qopheessituuf filatamte. Yaa’ii Konvarjansii…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee milkiin xumurame – Humna Walichaa Sifen Megersa Oct 3, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Irreechi Hora Finfinnee milkiin xumurame jedhe Humni Waloo Qindaa’aa Magaalaa Finfinnee. Sirni kabaja Irreecha Hora Finfinnee bakka aanga’oonni…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee Ulfoo Oromoo Olkaasee Kabaja Biyyaa Mul’ise – Pireezidaanti Shimallis… Sifen Megersa Oct 3, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Irreechi Hora Finfinnee Ulfoo Oromoo Olkaasee Kabaja Biyyaa Mul’iseera jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromoo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa Aadde Na’iimaa Muniir Af Yaa’ii taasisuun moggaase Sifen Megersa Oct 3, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii 7ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Na’iimaa Muniir Af Yaa’ii Mana marichaa taasisuun moggaaseera.…