Oduu biyya keessaa Ijipti Biyya Seenaa fi Yeroo Irraa Hinbaranne Sifen Megersa Jul 21, 2026 0 Lagni Naayil qabeenya uumamaa cunqoo biyyoota hedduuf dandeettii faayidaa waloo mirkaneessu qabudha. Haa ta’u malee, qabeenyi uumamaa kun sababaa Ijipti waggoota dheeraaf madda walitti…
Oduu biyya keessaa Bara baajatichaatti ijaarsi dhaabbilee, sirni dimokraasii fi guddinni misoomaa mirkanaa’eera –… Yonatan Birhanu Jul 21, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 14, 2018 (FMC) – Bara baajataa 2018 xumurametti ijaarsi dhaabbilee, sirni dimokraasii fi guddinni misoomaa sadarkaa gaariin mirkanaa'uu Pirezidaantii Itti Aanaa fi…
Oduu biyya keessaa Galmeen qorannoo miseensota garee yakka balaafamaa 17 Ministeera Haqaaf ergame Sifen Megersa Jul 21, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) –Poolisiin Federaalaa Galmeen qorannoo miseensota garee yakka balaafamaa 17 Ministeera Haqaaf ergeera. Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaan garee yakka…
Oduu biyya keessaa Biyya gootota ilmaan ishee fi dhaabbilee cimoon kabajamtee jiraattu… Sifen Megersa Jul 21, 2026 0 Itiyoophiyaan seenaa ishee bara dheeraa keessatti fakkeenya bilisummaafi gootummaa taatee kan jiraatte biyya guddoodha. Baroota garagaraa weerartoonni alaa fi baandaawwan keessaa…
Oduu biyya keessaa Finfinnee miidhagina ishee qabatamaan mirkaneessaa jirtu… Ayana Dheressa Jul 20, 2026 0 Miidhaginni Finfinnee guyya guyyaan dabalaa dhufeera. Magaalattiin ijaarsa bu’uuraalee seenaa ishee keessatti argitee hin beekneen, miidhagaafi ce’umsa ammayyaa keessatti argamti.…
Oduu biyya keessaa Mul’ata dhalootaaf addunyaa fooyyofte dhaalchisuu… Ayana Dheressa Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Qormaatilee gurguddoo jabana kana keessa addunyaan keessummeessaa jirtu keessaa rakkoon jijjiirama qabeenya qilleensaa isa tokko. Itiyoophiyaanis…
Biiznasii Daldala alaa oomishaalee beelladaa irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 128 ol argame- Ministeericha Ayana Dheressa Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Bara baajataa 2018’tti daldala alaa oomishaalee beelladaa qindaa’an irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 28 fi kumni 400 argameera jedhe…
Teeknooloojii Yuunivarsiitiin Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa kalaqa teeknooloojii ni guddisa – Soofiyaa… Yonatan Birhanu Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2026 (FMC) – Itti Gaafatamtuun Damee Barnootaa Gamtaa Afrikaa Soofiyaa Ashipaalaa akka jedhanitti, karoorri Itoophiyaan Yuunivarsiitii Hubannoo Namtolchee…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Seenaa Qabeessaa fi Abdii Biyyaa! Sifen Megersa Jul 20, 2026 0 Itiyoophiyaan seenaa keessatti marii kuufama qormaatilaafi gufuulee biyyattii ta'an buqqisuu danda’u gaggeessaa jirti. Yaa’ii biyya obbolummaan dhugaan keessatti ifee mul'atu ijaaruuf…
Idil Addunyaa Ameerikaan Iraan irratti haleellaa cimaa raawwatte- Doonaald Tiraamp Ayana Dheressa Jul 20, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Ameerikaan kaleessa galgala Iraan irratti haleellaa cimaa raawwachuu dubbatan. Tarkaanfiin Iraan irratti…