Sirna fayyaa haqa qabeessaa fi cimaa ijaaruuf dhaabbilee barnoota fayyaa waliin qindoominaan…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) -Itiyoopjiyaa keessatti milkaa'ina sirna fayyaa haqa qabeessaa fi cimaa ijaaruuf dhaabbilee barnoota fayyaa waliin qindoominaan hojjetamaa jira jedhan…