Ispoortii Morkii Poorchugaal Ispeen waliin taasiftu… Sifen Megersa Jul 6, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) –Taphoota Waancaa Addunyaan morkiin Poorchugaal har’a Ispeen waliin taasiftu hawwiin eegama. Morkiin biyyoonni lamaan tapha nuusa xumuraaf darbuuf…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 6, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC)- Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegaleera. Manni marichaa ajandaalee qabaman raggaasisuun…
Ispoortii Ingilaand Meeksiikoo injifachuun nuusa xumuraaf darbite Yonatan Birhanu Jul 6, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) - Tapha mo'anii darbuu Waancaa Addunyaa 23ffaa 16nii barii kana taphatameen Ingilaandi Meeksiikoo 3 fi 2n injifachuun nuusa xumuraaf darbiteetti.…
Ispoortii Yonatan Birhanu Jul 6, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) - Waancaa Addunyaa 2026 irratti Noorweey Biraaziiliin mo'achuun gara nuusa xumuraatti dabarteetti. Seenaa Waancaa Addunyaa keessaatti si'a shan…
Oduu biyya keessaa Shallaggiin qoodinsa qabeenyaa sirriitti hojiirra ooluu itti dhiheenyaan hordofuun… Yonatan Birhanu Jul 5, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) - Bara baajetaa kanatti shallaggiin qoodinsa qabeenyaa sirriitti hojiirra ooluu itti dhiheenyan hordofuun danda'ameera jedhan Mana Maree Federeeshiniitti…
Oduu biyya keessaa Koriidarii Baadiyyaa Kabaja Hawaasa Baadiyyaa Gara Sadarkaa Ol’anaatti Ceesisu Yonatan Birhanu Jul 5, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) – Hojiin misooma koriidarii baadiyyaa naannolee garagaraa Itiyoophiyaatti hojiirra oolaa jiru, adeemsa badhaadhina qonnaan bulaa keessatti gumaacha…
Ispoortii Biraaziil fi Norweey; Ingilaand fi Meeksikoo Yonatan Birhanu Jul 5, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 2026 qopheessummaa waloo Ameerikaa, Kanaadaa fi Meeksikootiin gaggeeffamaa jiruun, taphoonni gara nuusa xumuraatti darbuuf…
Oduu biyya keessaa Seenessa qajeelaa tokkummaa biyyaalessaaf… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Biyyi kan ijaaramtu duuba ilaaluun osoo hin taane fuulduratti imaluuni. Seeneessi waloon xinsammuu ummataa falmii seenaa siyaasaa keessaa baasuun gara mul’ata walootti qajeelcha.…
Biiznasii Oromiyaatti baatiwwan kurnan darban Buna Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 fi… Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2018 keessa baatiwwan kurnan darban Buna Alaatti ergamerraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 200 fi…
Oduu biyya keessaa Jilli hawaasa dippiloomaasii Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaan Sifen Megersa Jul 4, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Jilli Hawaasa Dippiloomaasii teessoo isaanii Magaalaa Finfinnee taasifatan Magaalaa Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaaniiru.…