Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitii Idaa’amuu ijaaraa jirra-Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii, 30, 2018 (FMC)- Hubannoo namtolchee (AI) yuunivarsiitii Ida’amuu Ijaaraa jirra jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Tarsiimoon dippiloomaasii keenyaa bu’aa biyyaalessaa kan bu’uureffate – Dooktar abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 7, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Tarsiimoon dippiloomaasii keenyaa bu’aa biyyaalessaa kan bu’uureffateedha jedhan Ministirri Muummee dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee RDFI…
Oduu biyya keessaa Filannoon bara kanaa qaamolee hundaaf barnoota olaanaa kan kenneedha- Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 7, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Walga’ii Idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa jira. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’ootaa Irtraa Ministira Muummee dooktar Abiy Ahimadiif… Sifen Megersa Jul 7, 2026 0 Waliigalteen Piriitooriyaa hojiirra oolee uummanni Tigiraay akka hinboqonneef akkuma bare dibbee waraanaa tumaa kan jiru garee dulloomaa ABUT duraanii irratti mootummaan tarkaanfii…
Oduu biyya keessaa ‘Human Rights Watch’ ABUT duraanii bobbii loltummaa dirqii gaggeessaa jiraachuu saaxile Sifen Megersa Jul 6, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Quuqama Mirga Namoomaa idil addunyaa ‘Human Rights Watch’ ABUT duraanii bobbii loltummaa dirqii gaggeessaa jiraachuu saaxileera.…
Biiznasii Qorannoon biyyaalessaa qabeenya indaastirii oomishaa adda baasu ifoome Yonatan Birhanu Jul 6, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Qorannoon qabeenyaawwan naannolee fi bulchiinsota magaalota hunda keessa jiran adda baasuu fi hojiirra oolchuu dandeessisu ifoomee jira. Qorannoon…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa labsiiwwan ijaarsa nageenyaa fi diimokiraasiif murteessoo ta’an hedduu qorachuun… Sifen Megersa Jul 6, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waggoottan shanan darban labsiiwwan ijaarsa nageenyaa fi diimokiraasiif murteessoo ta’an hedduu qorachuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa ni kennu. Tsehay Guluma Jul 6, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad boru gabaasa raawwii hojii mootummaa bara 2018 Mana maree Bakka Bu'oota Uummataaf ni dhiyeessu. Akkaataa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti… Sifen Megersa Jul 6, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 29, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaatti dhaabbiin biqiltuu Ashaaraa Magarisaa gaggeeffameera. Akka Kutaa magaalichaatti biqiltuuwwan…
Fayyaa Sirna fayyaa haqa qabeessaa fi cimaa ijaaruuf dhaabbilee barnoota fayyaa waliin qindoominaan… Yonatan Birhanu Jul 6, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC) -Itiyoopjiyaa keessatti milkaa'ina sirna fayyaa haqa qabeessaa fi cimaa ijaaruuf dhaabbilee barnoota fayyaa waliin qindoominaan hojjetamaa jira jedhan…