Raayyaa humna teknooloojii olaanaan ijaarame kan faayidaa biyyaalessaa kabachiisu qabna – Leetanaal…
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Raayyaan keenya humna teknooloojii sadarkaa olaanaa qabuun kan ijaarame faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan kabachiisuudha jedhen Ajajaa Olaanaan…