Fayyaa Faayidaa Talbaan Fayyaa namaaf qabu Sifen Megersa Oct 23, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2019 (FMC) –Talbaan midhaan Zayitaa keessaa isa tokko yoo ta’u, kutaalee Itiyoophiyaa garagaaraatti baay’inaan ni oomishama. Talbaan sanyii zayitaa addunyaa…
Oduu biyya keessaa Namoota yakka malaammaltummaa Birrii biiliyoona 1 olii raawwachuun shakkamanirratti himanni baname Sifen Megersa Oct 23, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2019 (FMC) – Namoota Ijaarsa Piroojektii Ministeera Hojii fi Ogummaa irratti yakka malaammaltummaa Birrii biiliyoona 1 olii raawwachuun shakkaman irratti himanni…
Oduu biyya keessaa Bu’uura Faayidaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa: Hidha Haaromsaa irraa Hanga Ulaa Galaanaatti Yonatan Birhanu Oct 23, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaan seenaa fi haala ji’oopoolitikaa Baha Afrikaa keessatti gahee olaanaa qabdu yeroo hunda bilisummaa, birmadummaa fi misooma…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaadota Marii Biyyaalessaarratti Dhihaatan Hojiirra Oolchuuf… Yonatan Birhanu Oct 22, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2019 (FMC) — Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa yaadota marii biyyaalessaarratti dhihaatan hojiirra oolchuuf ciminaan akka hojjetu Af-yaa’iin Mana Marichaa Ahimad…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti Tajaajiloota Addaan Citanii Turan Deebisanii Eegalchiisuuf Qindoominaan… Yonatan Birhanu Oct 22, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2019 (FMC) — Naannoo Tigraayitti tajaajiloota addaan citan deebisanii eegalchiisuuf bulchiinsi Imaanaa naannichaa Mootummaa Federaalaa fi ummata waliin…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Komishinaroota Komishinii Maree Biyyaalessaatiif Sagantaa… Yonatan Birhanu Oct 22, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2019 (FMC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa, Komishinarootaa fi hojjettoota Komishinii Maree Biyyaalessaa mariin biyyaalessaa milkaa’inaan akka xumuramuuf…
Oduu biyya keessaa Tumsa Poolisii Federaalaa fi Interpooliin qabamee gara biyyaatti kan deebifame Adnaw Baashaawu… Yonatan Birhanu Oct 22, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2019 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa Interpoolii, ROCK fi Poolisii Maalaawii waliin qindoominaan hojjechuun, yakka namoota seeraan alaa daangaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti hojiileen tajaajila uummataa jalqabsiisuuf dandeesisan eegalaman Ayana Dheressa Oct 22, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2019(FMC)- Naannoo Tigraayitti hojiileen tajaajila uummataa jalqabsiisuufi nageenya mirkaneessuuf dandeessisan eegalamaniiru jedhan Raawwachiisaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Pirojektii Aviyeeshinii Afrikaa Sadarkaa olaanaatti ceesisu… Ayana Dheressa Oct 22, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2019(FMC)- Itiyoophiyaan pirojektiiwwan misoomaa gurguddoo milkeessuun Afrikaaf darbees addunyaaf fakkeenya ta’aa jirti. Kanaaf ammoo qabeenyaafi…
Oduu biyya keessaa Waloomaa fi danooma aadaa cimsuun ijaarsa biyyaa keessatti qooda olaanaa qaba- Obbo Dastaa… Ayana Dheressa Oct 22, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 12, 2019(FMC)- Waloomaa fi danooma aadaa cimsuun ijaarsa biyyaa keessatti qooda olaanaa qaba jedhan Af-yaa’ii Itti aanaan Mana Maree Federeeshinii obbo Dastaa…