Obbo Geetaachoo Raddaan Ministira Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – Gorsaan Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee Obbo Geetaachoo Raddaan Ministira Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis Sijoordi Sijoordismaa…