Nageenyummaa fi Haqa qabeessummaa filannoo mirkaneessuuf gahee keenya ni baana – Miseensota Caffee
Finfinnee, Guraandhala 17, 2018 (FMC) – Nageenyummaa fi Haqa qabeessummaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa milkaneessuuf gahee keenya ni baana jedhan Miseensonni Caffee Oromiyaa.…