Oduu biyya keessaa Seenaa haaraa galmeessisuuf… Yonatan Birhanu Jul 31, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2018(FMC) - Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan biqiltuuwwan biliyoona 8.5 dhaabuuf karoorri qabame hojiitti jijjiiramaa jira. Hanga ammaattis biqiltuuwwan…
Oduu biyya keessaa Gareen Seeraan alaa TPLF’ deeggarsa namoomaa faayidaa siyaasaa Isaaf oolchaa Jira – Komishinar… Tsehay Guluma Jul 30, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC)- Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa Dooktar Shifarraaw Taklamaariyaam, Gareen seeraan alaa TPLF raabsa deeggarsa namoomaa faayidaa…
Oduu biyya keessaa Ergaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa. Tsehay Guluma Jul 30, 2026 0 𝐇𝐮𝐦𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐨𝐨: 𝐊𝐚𝐚𝐩𝐩𝐢𝐭𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐐𝐚𝐫𝐨𝐨𝐦𝐢𝐧𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝗗𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝗜. 𝗠𝗼𝗼𝘁𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮𝗮 𝗛𝗶𝗻𝘂𝘂𝗺𝘂; 𝗡𝗶𝘀𝗶𝗿𝗻𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 Ciminni mootummaa tokkoo humna hawaasaa haaraa uumuu miti.…
Teeknooloojii Manni Maree Ce’umsa Diijitaalaa Biyyaalessaa marii gaggeesse Tsehay Guluma Jul 30, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC)- Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaan Manni Maree Ce’umsa Diijitaalaa Biyyaalessaa hojiilee bara baajatichaa hojjetamanirratti marii…
Oduu biyya keessaa Mariin garee Tarsiimawaa har’as itti fufee oole Sifen Megersa Jul 30, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Yaa’iin Maree Biyyaalessaa garee tarsiimawaa 16 miseensota 250 qabuun gurmaa’uun mariin mari’attootaa har’as itti fufee ooleera. Gareewwan…
Biiznasii Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 57 argate Sifen Megersa Jul 30, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 57 argateera. Bara baajataa 2018…
Oduu biyya keessaa Barattoonni miiliyoonni 8.9 fayyadamoo sagantaa nyaata barattootaa ta’aniiru- Piroofeesar Birhaanuu… Ayana Dheressa Jul 30, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2018(FMC)- Barattoonni miiliyoonni 8 fi kumni 900 fayyadamoo sagantaa nyaata barattootaa ta’aniiru jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu…
Waajabila Faanaa Haati Tokko Daa’ima Kiiloogiraama 6.4 ulfaatu deesse Tsehay Guluma Jul 30, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC)- Godina Beenchi Shakkootti Haati tokko Daa’ima kiiloogiraama 6.4 ulfaatu nagaan deesseerti. Haati kun Hospitaala Yuunivarsiitii Miizaan Teeppiiitti…
Oduu biyya keessaa Sirna bulchiinsa bishaanii qonnaa fi misooma jallisiif tajaajilu cimsuun barbaachisadha-… Sifen Megersa Jul 30, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Sirna bulchiinsa bishaanii qonnaa fi misooma jallisiif tajaajilu cimsuun barbaachisaa ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Daddabarsa namootaa seeraan alaa xiyyeeffannoo barbaadu… Ayana Dheressa Jul 30, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2018(FMC)- Daddabarsa namootaa seeraan alaa ittisuuf qaamoleen qooda fudhattootaa qindoominaan hojjechuu qabu jedhe Dhaabbanni Godaantotaa idil-addunyaa. Guyyaan…