Oduu biyya keessaa Sagantaan eegalchiisa imala Hajjii 1447ffaa gaggeeffame Sifen Megersa May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) –Sagantaan eegalchiisa imala Hajjii 1447ffaa gaggeeffameera. Waggoottan darban hojiilee bal'aa hojjetamaniin yeroo ammaa Hujjaajjawwan balallii qofaaf…
Oduu biyya keessaa Bu’uura Boruun bu’uura dhalootaa ijaarra – Pir.Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Guyyaan Hundeeffama Biiroo Barnootaa Oromiyaa Waggaa 33ffaan magaalaa Bishooftuutti kabajamaa jira. Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa Michummaan Itiyoophiyaa fi Jibuutii nagaaf tasgabbii naannawichaaf bu’uura akka ta’u nan hawwa… Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC)- Michummaan Itiyoophiyaa fi Jibuutii nagaaf tasgabbii naannawichaaf bu’uura akka ta’u nan hawwa jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Mootummoota Gamtoomanitti Barreessaa Ittaanaa Dhimmoota Diinagdee fi… Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC)- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Mootummoota Gamtoomanitti Barreessaa Ittaanaa Dhimmoota Diinagdee fi Hawaasummaa Lii Juun Huwaan waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sirna Waadaa galuu pireezidaantii Jibuutii…
Ispoortii Morkii Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu… Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan morkiin Liiverpuul Cheelsii waliin taasisu ni eegama. Har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegalee…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni Biiroo Barnootaa Oromiyaa Waggaa 33ffaan magaalaa Bishooftuutti kabajamaa jira Tsehay Guluma May 9, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2018 (FMC)- Hundeeffamni Biiroo Barnootaa Oromiyaa Waggaa 33ffaan Bakka Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Argamanitti kabajamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessitoonni akkaataa itti ogummaa fi seera hordofan beekuu qabu – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu May 8, 2026 0 Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Gaazexeessitoonni ogummaa fi seera biyyaa akkamitti hordofan beekuu qabu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Waltajjiin marii mata-duree…
Oduu biyya keessaa Hawaasni bishaan sirnaan hinhooggane, hiree isaa guutummaatti murteeffachuu hindanda’u – Obbo… Yonatan Birhanu May 8, 2026 0 Finfinnee, Ebla 30, 2018(FMC)- Hawaasni bishaan sirnaan hinhooggane, hiree isaa guutummaatti murteeffachuu hindanda’u jedhan pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalichaa Muudama Adda Addaa Raggaasise Yonatan Birhanu May 8, 2026 0 Finfinnee, Eebla 30, 2018 (FMC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 5ffaa isaatiin muudamoota Kantiibaa Adaanech Abeebeen dhiyaatan raggaasiseera. Haaluma…