Oromiyaatti bara kana namoonni kumni 89 ol sagantaa wabii nyaatarraa gara of danda’uutti ce’an
Finfinnee, Amajii 9, 2018 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti bara kana namoonni kumni 89 fi 655 sagantaa wabii nyaataarraa gara of danda'utti ce’an jedhe Biiroon Misooma magaalaa fi manneenii…