Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa Irreecha Hora Finfinnee eebban eegalchiisan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa Irreecha Hora Finfinnee bara 2018 eebban eegalchiisaniiru.
Ayyaanni Irreechaa bara kanaa guyyaa har’aa Hora…