Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan raawwachuu itti fufte – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii Konfiraansii Aarbaa Minci eebbisiisan.
Riizoortiin har’a eebbifame kun milkaa’ina guddaa…
Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii fi Ispaa Kurriftuu Aarbaa Minci daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii fi Ispaa Kurriftuu Aarbaa Minci daawwataniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Rakkoo mana jireenyaa hiikuuf hojiilee hojjetamaa jiran…
Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo mana jireenyaa uummataa furuuf akkaataa dandeettiifi humna hawaasichaa giddugaleessa godhateen xiyyeeffannaa olaanaan…
Dooktar Abiy Ahimad adeemsa ijaarsa daandii Caanoo – Canchaa daawwatan
Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsa ijaarsa daandii Caanoo – Canchaa daawwataniiru.
Daandii Caanoo – Canchaa Kiiloomeetira 22 fi…
Daandiin qilleensichaa walitti hidhamiinsa qilleensaa Afrikaa keessatti diriirseen badhaafamaa ta’e
Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa qilleensaa Afrikaa keessatti diriirsee fi tumsa waliin hojjechuun badhaafamaa ta’eera.
Daandiin…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ijaarsa Manneen jireenyaa Poolisii Magaalichaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneen jireenyaa ammayyaa Poolisii magaalichaa eegalchiisaniiru.
Aadde…
Hambaa dhalootaa fi bu’ura jireenyaa…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa faayidaalee hedduu argamsiisaa jira.
Jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamchuu, lafa manca’ee ture deebisee misoomsuu fi diinagdee magariisaa…
Galmi guddaan misooma Koriidarii haala jireenya lammiilee mijataa fi ammayyaa taasisuudha –…
Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Galmi guddaan misooma Koriidarii haala jireenya lammiilee mijataa fi ammayyaa taasisuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Hojiiwwan abdii namaaf kennan damee agiroo-pirosasingiin hojjetamaa jiru – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad naannoo Kibba Itoophiyaatti hojiiwwan damee qonnaa fi agiroo-pirosasingiin argine abdii namaaf kennan jedhan.…
Gootota Itiyoophiyaa qormaatilee keessa kutannoodhaan ceesisan…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC) - Ajajaan Olaanaan Ajaja Duula Addaa Leetanal Jeneraal Shumaa Abdataa, Itiyoophiyaan qormaatilee ishee mudatan keessa kutannoon kan ishee ceesisan…