Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajilli Lammummaa waktii Gannaa tola ooltota miiliyoona 38 hirmaachisu eegaluufi – BKO
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Tajaajilli Lammummaa waqtii gannaa mata dutee ‘olka’iinsa biyyaaf’ tola ooltota miliyoona 38 hirmaachisu eegaluufi jedhe Biiroon Kominikeeshinii…
Chaayinaan Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsite
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Chaayinaan Filannoo waliigalaa 7ffaa kan injifate Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsiteerti.
Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Kaayyoon Eritiraa yeroo mara Itiyoophiyaa dadhabsiisuu waliin kan walqabatuudha – Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Tarsimoon Eritiraan akka biyyaatti itti fufuuf qabdu yeroo mara dhimmoota nageenyaa fi hojiilee Itiyoophiyaa dadhabsiisuu waliin kan walqabateedha…
Itiyoophiyaan barii jijjiiramaa riifoormii teknooloojii fi diinagdee milkaa’aa taasifte –…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan barii jijjiiramaa riifoormii teknooloojii fi diinagdee milkaa'aa taasifteerti jedhan Itti Gaafatamtuun Pirees Sekireetaariyaatii Waajjira…
Itiyoophiyaa wiirtuu humnaafi loojistiksii naannawichaa…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaafi buufanni xiyyaaraa idil-addunyaa Bishooftuu Itiyoophiyaan wiirtuu humnaafi loojistiksii naannawichaa ta’uu…
Dhaabbanni cimaan rakkoolee naannawaaf deebii hatattamaa kennu ijaarameera- Jeneraal Yimar Mokonnin
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Dhaabbanni cimaan amala jijijjiiramaa waraanaa idil-addunyaa hubachuun rakkoolee naannawaaf deebii hatattamaa kennu ijaarameera jedhan Hogganaan…
Manni Marichaa labsii bilisummaa odeeffannoo raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 28ffaa gaggeesseen labsii bilisummaa odeeffannoo qorachuun raggaasiseera.
Walitti qabaan Koree…
Faransaay filannoon waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan xumuramuu hordofee ergaa baga gammaddanii…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Mootummaan Faransaay filannoon waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan xumuramuu hordofee ergaa baga gammaddanii dabarseera.
Mootummaan biyyattii ergaa isaan…
Paartiin Badhaadhinaa Waadaa Ummataaf Gale Raawwachuuf Kutannoo Qaba
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018(FMC) – Mariin xumura hojiiwwan filannoo walii-galaa 7ffaa kan hoggantoota dhaabbilee federaalaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Marii kanarratti miseensi…
Ashaaraan Magariisaa oomisha dammaa irratti bu’aa qabatamaa galmeessisaa jira- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Ashaaraan Magariisaa oomisha dammaa irratti bu’aa qabatamaa galmeessisaa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee…