Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ashaaraan Magariisaa oomisha dammaa irratti bu’aa qabatamaa galmeessisaa jira- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Ashaaraan Magariisaa oomisha dammaa irratti bu’aa qabatamaa galmeessisaa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee…
Taphoonni ramaddii waancaa addunyaa marsaa 3ffaan har’as itti fufanii taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018(FMC)- Taphoonni ramaddii waancaa addunyaa marsaa 3ffaan guyyaa har’as itti fufanii ni taphatamu.
Halkan sa’aatii 5:00 irraa eegalee dursitee darbuu ishee…
Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota 920 eebbise
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC)- Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota muummeewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 920 guyyaa har'a eebbisiseera.
Itti aanaan pireezidaantii…
Naannoo Sidaamaatti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegale
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018 (FMC) Pireezidantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa magaalaa Hawaasaatti eegalchiisaniiru.
Obbo Dastaa…
Itiyoophiyaafi Niwuuzilaand waliigaltee carraa gabaa gam-lamee mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Niwuuzilaand waliigaltee carraa gabaa gam-lamee waliif mallatteessaniiru.
Waliigaltichi adeemsa Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata…
Komishinichi adeemsa hunda hammataa fi hirmaachisaa ta’een ajandaalee Biyyaalessaa adda baase –…
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Komishinichi adeemsa hunda hammataa fi hirmaachisaa ta’een ajandaalee Biyyaalessaa adda baaseera jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree…
Ajandaaleen Yaa’ii Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ifooman
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Ajandaalee Yaa’ii Maree Biyyaalessaa ifoomseera.
Ajandaalee guguddoon 8 kan adda bahan yoo ta’u,…
Mariin Itiyoophiyaa haa cimsinu…
Mariin rakkoolee walxaxaa karaa nagaa, qaroomee fi waaraan furuuf dandeessise.
Waldhabdee humnaan hiikuuf yaaluu caalaa, marii fi marabbaan furuuf hojjechuun faayidaalee heddu qaba.…
Manni Marichaa ergaa baga gammaddanii dabarse
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) – Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa ergaa baga gammaddanii dabarseera.
Guutuun ergichaa haala armaan gadiin dhiyaatera.
Manni…
Itiyoophiyaan raawwachuu ni dandeessi…
Itiyoophiyaan qormaatilee walxaxaa ishee mudate dandeettii ofii fi beekumsa xabbootiin furuun gara badhaadhinaatti ce’uu akka dandeessu yeroo yeroon addunyaaf agarsiisaa jirti.…